Thu Dec 16 2021 22:29:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:29:23 +03:00
parent a4c5924187
commit ff64c90822
4 changed files with 6 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 12 12Dugaa, dhugaa isiiniin jedhe 'Namni natti amanu inni hojjiin ani hojjadhu ni hojjata, ani waaniin gara Abbaa deemuf kan natti amanu waan kanneen caaluu ni hojjata. \v 13 13Akka Abbaan Ilma isaatiin ulfina argatuuf waan kamiyyuu maqaa kootiin waan isiin gaafatan hunda ani nan raawwadha. \v 14 14Isin waanuma kamiyyuu maqaa kootiin yoo na gaafattan ani nan raawwadha.
\v 12 Dugaa, dhugaa isiiniin jedhe 'Namni natti amanu inni hojjiin ani hojjadhu ni hojjata, ani waaniin gara Abbaa deemuf kan natti amanu waan kanneen caaluu ni hojjata. \v 13 Akka Abbaan Ilma isaatiin ulfina argatuuf waan kamiyyuu maqaa kootiin waan isiin gaafatan hunda ani nan raawwadha. \v 14 Isin waanuma kamiyyuu maqaa kootiin yoo na gaafattan ani nan raawwadha.

1
14/15.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 15 Isin yoo na jaalattan, ajaja koo ni eegdu, \v 16 Anis Abbaa nan kadhadha. Innis akka barabaraan isin waliin jiraatuuf jajjabeessaa biraa isiniif ni erga. \v 17 Hafuura dhugaa Addunyaa waan isa hin beekneefi hin argineef isa fudhachuu hin danda'an isin garuu waan inni isin waliin jiruufi, isin keessas waan jiruuf isa ni beektu.

1
14/18.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 18 Ani akka ijoollee Abbaa fi Haadha hin qabneetti isin hin dhiisu, gara keessan nan dhufa. \v 19 19Yeroo gabaabaan booda addunyaan deebi'ee ana hin argu, isiin garuu na argitu, sababan ani jiraadhuf isinis ni jiraatu. \v 20 20Akkan ani Abbaa koo keessa jiru, akka isinis na keessa jirtan, akkan anis isin keessa jiru guyyaa sana ni beektu.

View File

@ -302,6 +302,8 @@
"14-01",
"14-04",
"14-08",
"14-10"
"14-10",
"14-12",
"14-15"
]
}