Thu Dec 16 2021 22:27:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:27:23 +03:00
parent 15f516280d
commit a4c5924187
4 changed files with 6 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 8 \v 9 8Filiiphoosis 'yaa Gooftaa, Abbaa nutti agarsiis, kunis nu ga'a.' 9Iyyasuusiin jedhe. Iyyasuus 'Filiiphoos ani yeroo dheeraa ammanaa isin waliin jiraadhee, ati ammalee ana hin beeknee? isaan jedhe. Namni na arge kamiyyuu Abbaas argeera, yoos ati akkamitti Abbaa nutti agarsiis jechuu dandeesse ree?
\v 8 Filiiphoosis 'yaa Gooftaa, Abbaa nutti agarsiis, kunis nu ga'a.' \v 9 Iyyasuusiin jedhe. Iyyasuus 'Filiiphoos ani yeroo dheeraa ammanaa isin waliin jiraadhee, ati ammalee ana hin beeknee? isaan jedhe. Namni na arge kamiyyuu Abbaas argeera, yoos ati akkamitti Abbaa nutti agarsiis jechuu dandeesse ree?

1
14/10.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 10 Akkan ani Abbaa keessa jiruufi Abbaanis akka ana keessa jiru ati hin amantuu? Ani dubbiin isinitti dubbadhu kana aangoo ofuma kootiitiin hin dubadhu, garuu Abbaan inni ana keessa jiraatu gocha isaa ni hojjata. \v 11 ani Abbaa keessa jiru, Abbaanis akka na keessa jiru na amanaa. Yookiin sababuma hojiiwwan ofiibsaaniitiif jedhaatii amanaa.'

1
14/12.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 12 12Dugaa, dhugaa isiiniin jedhe 'Namni natti amanu inni hojjiin ani hojjadhu ni hojjata, ani waaniin gara Abbaa deemuf kan natti amanu waan kanneen caaluu ni hojjata. \v 13 13Akka Abbaan Ilma isaatiin ulfina argatuuf waan kamiyyuu maqaa kootiin waan isiin gaafatan hunda ani nan raawwadha. \v 14 14Isin waanuma kamiyyuu maqaa kootiin yoo na gaafattan ani nan raawwadha.

View File

@ -300,6 +300,8 @@
"13-36",
"14-title",
"14-01",
"14-04"
"14-04",
"14-08",
"14-10"
]
}