From ff64c90822a5a3c6ae50941540a9b33dc783439b Mon Sep 17 00:00:00 2001 From: Dawit-Dessie Date: Thu, 16 Dec 2021 22:29:23 +0300 Subject: [PATCH] Thu Dec 16 2021 22:29:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time) --- 14/12.txt | 2 +- 14/15.txt | 1 + 14/18.txt | 1 + manifest.json | 4 +++- 4 files changed, 6 insertions(+), 2 deletions(-) create mode 100644 14/15.txt create mode 100644 14/18.txt diff --git a/14/12.txt b/14/12.txt index 859f76c..ed34e09 100644 --- a/14/12.txt +++ b/14/12.txt @@ -1 +1 @@ -\v 12 12Dugaa, dhugaa isiiniin jedhe 'Namni natti amanu inni hojjiin ani hojjadhu ni hojjata, ani waaniin gara Abbaa deemuf kan natti amanu waan kanneen caaluu ni hojjata. \v 13 13Akka Abbaan Ilma isaatiin ulfina argatuuf waan kamiyyuu maqaa kootiin waan isiin gaafatan hunda ani nan raawwadha. \v 14 14Isin waanuma kamiyyuu maqaa kootiin yoo na gaafattan ani nan raawwadha. \ No newline at end of file +\v 12 Dugaa, dhugaa isiiniin jedhe 'Namni natti amanu inni hojjiin ani hojjadhu ni hojjata, ani waaniin gara Abbaa deemuf kan natti amanu waan kanneen caaluu ni hojjata. \v 13 Akka Abbaan Ilma isaatiin ulfina argatuuf waan kamiyyuu maqaa kootiin waan isiin gaafatan hunda ani nan raawwadha. \v 14 Isin waanuma kamiyyuu maqaa kootiin yoo na gaafattan ani nan raawwadha. \ No newline at end of file diff --git a/14/15.txt b/14/15.txt new file mode 100644 index 0000000..468ed3a --- /dev/null +++ b/14/15.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 15 Isin yoo na jaalattan, ajaja koo ni eegdu, \v 16 Anis Abbaa nan kadhadha. Innis akka barabaraan isin waliin jiraatuuf jajjabeessaa biraa isiniif ni erga. \v 17 Hafuura dhugaa Addunyaa waan isa hin beekneefi hin argineef isa fudhachuu hin danda'an isin garuu waan inni isin waliin jiruufi, isin keessas waan jiruuf isa ni beektu. \ No newline at end of file diff --git a/14/18.txt b/14/18.txt new file mode 100644 index 0000000..be6bed9 --- /dev/null +++ b/14/18.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 18 Ani akka ijoollee Abbaa fi Haadha hin qabneetti isin hin dhiisu, gara keessan nan dhufa. \v 19 19Yeroo gabaabaan booda addunyaan deebi'ee ana hin argu, isiin garuu na argitu, sababan ani jiraadhuf isinis ni jiraatu. \v 20 20Akkan ani Abbaa koo keessa jiru, akka isinis na keessa jirtan, akkan anis isin keessa jiru guyyaa sana ni beektu. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index b8c4edb..9cab338 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -302,6 +302,8 @@ "14-01", "14-04", "14-08", - "14-10" + "14-10", + "14-12", + "14-15" ] } \ No newline at end of file