Thu Dec 16 2021 22:59:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:59:23 +03:00
parent c032b8e050
commit f751fb1088
4 changed files with 6 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 26 26Guyyaa sana isin maqaa kootiin ni kadhattu anis isinif Abbaa gaafadha isinin hin jenne. \v 27 27Isin waan na jaalattaniif Abbaa biraa dhufuu koos waan amantaniif Abbaan ofiin isaa isin jaalata. \v 28 28Ani Abbaa biraa dhufeera, ammas deebise gara addunyaa nan dhufa. Addunyaa dhiseen gara Abbaa nan deema.
\v 26 sana isin maqaa kootiin ni kadhattu anis isinif Abbaa gaafadha isinin hin jenne. \v 27 Isin waan na jaalattaniif Abbaa biraa dhufuu koos waan amantaniif Abbaan ofiin isaa isin jaalata. \v 28 Ani Abbaa biraa dhufeera, ammas deebise gara addunyaa nan dhufa. Addunyaa dhiseen gara Abbaa nan deema.

1
16/29.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 29 Hordoftootni isaas 'haali, ati amma fakkeenyaan otoo hin ta'in ifumatti dubbachaa jirta, \v 30 akka ati waan hunda beektuufi akka eenyumtuu gaafi si hin gaafachuu hin barbaachifne nuti amma beekneerra. Kanaafuu akka ati Waaqa biraa baate nut ni amanna.' jedhaniin. \v 31 deebisee 'Isin amma amantaniirtu?

1
16/32.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 32 yeroon ni dhufa, eyyee, yeroon isin tokko tokkoon ana kophaatti na dhiftani gara mana keessaniitti faffacaatan sun ga'eera. Garuu Abbaan koo waan ana waliin jiruuf kophaa koo miti.' jedheen. \v 33 Akka isan na keessa jiraachuudhaan nagaa qabaataniif ani kanneen isinitti himeera, addunyaa kana keessatti rakkini qabdu, garuu jajjabaadha. Ani addunyaa kana moo'adheeraati!

View File

@ -333,6 +333,8 @@
"16-17",
"16-19",
"16-22",
"16-25"
"16-25",
"16-26",
"16-29"
]
}