Thu Dec 16 2021 22:57:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:57:23 +03:00
parent 70c44a1a45
commit c032b8e050
4 changed files with 6 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
21Yammuu dubartiin tokko da'uuf ciniinsifattu waan yeroon ishii ga'eef ni dhaphatti, eega daa'ima deessee booda garuu waan gammadduuf dhiphina ishii sana hin yaadattu. 22Kanaafuu isin amma gadda qabdu ani garuu deebi'ee isini ilaala, onneen keessanis gammachuudhaan guutama. Gammachuu keessanis eenyuyyuu isin irraa hin fudhatu. 23Guyyaa sana isin waanti isin na gaafattan homtuu hin jiru. Dhugaa, dhugaa isiniin jedha isin waanumma kamiyyuu maqaa kootiin yoo Abbaa gaafattan, inni isa isiniif kenna. 24Isin hanga ammaatti maqaa kootiin homaa hin gaafatne, gammachuun keessan akka guutuu ta'uuf gaafadhaa ni argatu.
21Yammuu dubartiin tokko da'uuf ciniinsifattu waan yeroon ishii ga'eef ni dhaphatti, eega daa'ima deessee booda garuu waan gammadduuf dhiphina ishii sana hin yaadattu. \v 22 Kanaafuu isin amma gadda qabdu ani garuu deebi'ee isini ilaala, onneen keessanis gammachuudhaan guutama. Gammachuu keessanis eenyuyyuu isin irraa hin fudhatu. \v 23 Guyyaa sana isin waanti isin na gaafattan homtuu hin jiru. Dhugaa, dhugaa isiniin jedha isin waanumma kamiyyuu maqaa kootiin yoo Abbaa gaafattan, inni isa isiniif kenna. \v 24 Isin hanga ammaatti maqaa kootiin homaa hin gaafatne, gammachuun keessan akka guutuu ta'uuf gaafadhaa ni argatu.

1
16/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 . Ani waantoota kanneen fakkeenyaan isinitti himeera, garuu yeroo ani deebi'ee fakkeenyaan isinitti hin dubbane tokko ni dhufa. Kanaan booda garu waa'ee Abbaa fakkeenyaan otoo hin ta'in ifumattin isinitti hima.

1
16/26.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 26 26Guyyaa sana isin maqaa kootiin ni kadhattu anis isinif Abbaa gaafadha isinin hin jenne. \v 27 27Isin waan na jaalattaniif Abbaa biraa dhufuu koos waan amantaniif Abbaan ofiin isaa isin jaalata. \v 28 28Ani Abbaa biraa dhufeera, ammas deebise gara addunyaa nan dhufa. Addunyaa dhiseen gara Abbaa nan deema.

View File

@ -331,6 +331,8 @@
"16-12",
"16-15",
"16-17",
"16-19"
"16-19",
"16-22",
"16-25"
]
}