diff --git a/16/26.txt b/16/26.txt index d756623..e14893b 100644 --- a/16/26.txt +++ b/16/26.txt @@ -1 +1 @@ -\v 26 26Guyyaa sana isin maqaa kootiin ni kadhattu anis isinif Abbaa gaafadha isinin hin jenne. \v 27 27Isin waan na jaalattaniif Abbaa biraa dhufuu koos waan amantaniif Abbaan ofiin isaa isin jaalata. \v 28 28Ani Abbaa biraa dhufeera, ammas deebise gara addunyaa nan dhufa. Addunyaa dhiseen gara Abbaa nan deema. \ No newline at end of file +\v 26 sana isin maqaa kootiin ni kadhattu anis isinif Abbaa gaafadha isinin hin jenne. \v 27 Isin waan na jaalattaniif Abbaa biraa dhufuu koos waan amantaniif Abbaan ofiin isaa isin jaalata. \v 28 Ani Abbaa biraa dhufeera, ammas deebise gara addunyaa nan dhufa. Addunyaa dhiseen gara Abbaa nan deema. \ No newline at end of file diff --git a/16/29.txt b/16/29.txt new file mode 100644 index 0000000..daa136c --- /dev/null +++ b/16/29.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 29 Hordoftootni isaas 'haali, ati amma fakkeenyaan otoo hin ta'in ifumatti dubbachaa jirta, \v 30 akka ati waan hunda beektuufi akka eenyumtuu gaafi si hin gaafachuu hin barbaachifne nuti amma beekneerra. Kanaafuu akka ati Waaqa biraa baate nut ni amanna.' jedhaniin. \v 31 deebisee 'Isin amma amantaniirtu? \ No newline at end of file diff --git a/16/32.txt b/16/32.txt new file mode 100644 index 0000000..fa0d632 --- /dev/null +++ b/16/32.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 32 yeroon ni dhufa, eyyee, yeroon isin tokko tokkoon ana kophaatti na dhiftani gara mana keessaniitti faffacaatan sun ga'eera. Garuu Abbaan koo waan ana waliin jiruuf kophaa koo miti.' jedheen. \v 33 Akka isan na keessa jiraachuudhaan nagaa qabaataniif ani kanneen isinitti himeera, addunyaa kana keessatti rakkini qabdu, garuu jajjabaadha. Ani addunyaa kana moo'adheeraati! \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index af50696..3c08379 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -333,6 +333,8 @@ "16-17", "16-19", "16-22", - "16-25" + "16-25", + "16-26", + "16-29" ] } \ No newline at end of file