Thu Dec 16 2021 23:39:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:39:23 +03:00
parent 6fe1ede9b4
commit cceb5a7fdb
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
19/40.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 40 Isaanis reenfa Iyyasuus fudhanii akka aadaa awwaalcha Yihuudotaatti urgooftuu waliin huccuu quncee talbaa irraa hojjatameen (Naayilanii kafanan. \v 41 Bakka Iyyasuus itti fannifame, lafa ahhakiltii ture sana keessas bakka awwaalaa haarawaa kan namni tokkollee kanaan dura itti hin gaatamnetuu ture. \v 42 Sababii guyyaan sun guyyaa qophii yihuuditaa tureef, bakki awwaalichaas dhiyoo waan tereef Iyyasuus achi keessa kaa'an.

1
20/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 20 \v 1 jalqaba torbanii ganama bariidhaan duukkana otoo jiru, Maariyaam ishiin Magdalaa bakka awwaalaa deemtee akka dhagaan awwaalicha irraa fuudhame argite? \v 2 fiigdaa gara Simi'oon Pheexiroosii fi hordofaa isa Iyyasuus jaaltuuyyu sanaa deemtee 'Gooftaan keessaa fudhataniiru eessa akka isa kaa'anis hin beeknu' jetten.

1
20/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonnaa 20

View File

@ -382,6 +382,8 @@
"19-31",
"19-34",
"19-36",
"19-38"
"19-38",
"19-40",
"20-01"
]
}