diff --git a/19/40.txt b/19/40.txt new file mode 100644 index 0000000..877cce3 --- /dev/null +++ b/19/40.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 40 Isaanis reenfa Iyyasuus fudhanii akka aadaa awwaalcha Yihuudotaatti urgooftuu waliin huccuu quncee talbaa irraa hojjatameen (Naayilanii kafanan. \v 41 Bakka Iyyasuus itti fannifame, lafa ahhakiltii ture sana keessas bakka awwaalaa haarawaa kan namni tokkollee kanaan dura itti hin gaatamnetuu ture. \v 42 Sababii guyyaan sun guyyaa qophii yihuuditaa tureef, bakki awwaalichaas dhiyoo waan tereef Iyyasuus achi keessa kaa'an. \ No newline at end of file diff --git a/20/01.txt b/20/01.txt new file mode 100644 index 0000000..8a421cf --- /dev/null +++ b/20/01.txt @@ -0,0 +1 @@ +\c 20 \v 1 jalqaba torbanii ganama bariidhaan duukkana otoo jiru, Maariyaam ishiin Magdalaa bakka awwaalaa deemtee akka dhagaan awwaalicha irraa fuudhame argite? \v 2 fiigdaa gara Simi'oon Pheexiroosii fi hordofaa isa Iyyasuus jaaltuuyyu sanaa deemtee 'Gooftaan keessaa fudhataniiru eessa akka isa kaa'anis hin beeknu' jetten. \ No newline at end of file diff --git a/20/title.txt b/20/title.txt new file mode 100644 index 0000000..a4d72b6 --- /dev/null +++ b/20/title.txt @@ -0,0 +1 @@ +Boqonnaa 20 \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index b8fe78e..19f82ec 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -382,6 +382,8 @@ "19-31", "19-34", "19-36", - "19-38" + "19-38", + "19-40", + "20-01" ] } \ No newline at end of file