Thu Dec 16 2021 23:37:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:37:23 +03:00
parent c98f2aa896
commit 6fe1ede9b4
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 34 \v 35 34Loltoota sana keesaa inni tokko eeboo dhaan cinaacha isaa waraane yeroodhuma sana dhigni fi bishaan ba'e. 35Namni inni waan kana arges dhugaa ba'eera, dhugaa ba'insi isaas dhugaadha, innis akka dhugaa dubbatni beeja, inni bakka isin amantaniif dhugaa ba'a.
\v 34 Loltoota sana keesaa inni tokko eeboo dhaan cinaacha isaa waraane yeroodhuma sana dhigni fi bishaan ba'e. \v 35 Namni inni waan kana arges dhugaa ba'eera, dhugaa ba'insi isaas dhugaadha, innis akka dhugaa dubbatni beeja, inni bakka isin amantaniif dhugaa ba'a.

1
19/36.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 36 Kunis akka waantii kitaaba keessatti 'lafee isaa keessaa tokkolleen hin cabu' jedhame sun akka raawwatamuuf ta'e. \v 37 Kana malees, kitaabni bakka biraatti 'isaan isa waraanan sun ni argu' jedha.

1
19/38.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 38 Kana boodas Yooseef namni Armaatiyaa (inni sababa Yihuudota sodaateef dhoksaan hordofaa Iyyasuus ture sun) reenfa isaa akka fudhatuuf Philaaxoos gaafate Philaaxoosis eyyamnaaniif deemee fudhate. \v 39 Niqoodimoos inni kanaan dura halkaniin gara Iyyasuus dhufee tures wal -makaa karbee (qumbii) fi hadhaa (argeessa) gara kiloo graami soddomii afurii ta'u fudhatee dhufe

View File

@ -379,6 +379,9 @@
"19-23",
"19-25",
"19-28",
"19-31"
"19-31",
"19-34",
"19-36",
"19-38"
]
}