Thu Dec 16 2021 22:37:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:37:23 +03:00
parent 9f0a424b84
commit c7ae5dfad9
4 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
14/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 Ani otuman isin waliin jiru wantoota kana hunda isinitti hime. \v 26 Jajjabeesan sun -Hafuura Qulqulluu isa Abbaan maqaa kootiin erguu dha, inni waan hunda isin barsiisa, waaniin ani isinitti hime hundumaas isin yaadachiisa. \v 27 Ani nagaan isiniif dhiise, nagaa koo kaniin ani isiniif kennu nagaa kan akka addunyaan kennituuti miti. Onneen keessan hin raafamiin hin sodaatiinis.'

1
14/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 28 Isin akkan ani 'nan deema deebi'ee gara keessan nan dhufa' jedhe dhageessanii jirtu, otoo na jaalatani yammuun gara Abbaa dhaquubkootti ni gamaddu turtan, waan Abbaan na caaluuf. \v 29 Amma yammuu waanti kun ta'u akka amantaniif otoo inni hin ta'iin ani duraan dursee isinitti himeera. \v 30 Waan bulchaan addunyaa kanaa dhufuuf ani kanaan achi isin waliin baay'ee hin dubbadhu, innis angoo ana irratti hin qabu. \v 31 Garuu akkan an Abbaa jaaladhu addunyaan akka beekuuf, akkuma Abbaan ana ajajeettis nan raawwadha olka'aa asii haa deemnuu.

1
15/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonnaa 15

View File

@ -307,6 +307,9 @@
"14-15",
"14-18",
"14-21",
"14-23"
"14-23",
"14-25",
"14-28",
"15-title"
]
}