Thu Dec 16 2021 22:35:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)
This commit is contained in:
parent
7d3bbfdd1e
commit
9f0a424b84
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
\v 21 Namni inni ajaja koo of biraa qabu isas kan eegu inni nama na jaalatuu dha, nama na jaalatu Abbaan koo ni jaalata, anis isa nan jaaladha, ofis isatti nan muldhisa. \v 22 Yihuudaa (Asqorootu kan hin ta'in) Iyyasuusin 'yaa Gooftaa ati maaliif addunyaatti otoo hin ta'in nutti of muldhifta?' jedheen.
|
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
\v 23 Iyyasuus akkana jedhee deebiseef 'Namni inni kamiyyuu yoo na jaalata dubbii koo ni eega. Abbaan koos isa ni jaalata; gara isaas ni dhufna;isa biras jiraanya keenya ni taasifna. \v 24 Namni inni na hin jaalanne dunnii koos hin eegu, dubbiin isin dhageessan kunis kan Abbaa isa na erge sanaati malee kootii miti.
|
|
@ -304,6 +304,9 @@
|
|||
"14-08",
|
||||
"14-10",
|
||||
"14-12",
|
||||
"14-15"
|
||||
"14-15",
|
||||
"14-18",
|
||||
"14-21",
|
||||
"14-23"
|
||||
]
|
||||
}
|
Loading…
Reference in New Issue