From c7ae5dfad9c70d5fa410a1cc511c2eeba347df52 Mon Sep 17 00:00:00 2001 From: Dawit-Dessie Date: Thu, 16 Dec 2021 22:37:23 +0300 Subject: [PATCH] Thu Dec 16 2021 22:37:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time) --- 14/25.txt | 1 + 14/28.txt | 1 + 15/title.txt | 1 + manifest.json | 5 ++++- 4 files changed, 7 insertions(+), 1 deletion(-) create mode 100644 14/25.txt create mode 100644 14/28.txt create mode 100644 15/title.txt diff --git a/14/25.txt b/14/25.txt new file mode 100644 index 0000000..4b363e2 --- /dev/null +++ b/14/25.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 25 Ani otuman isin waliin jiru wantoota kana hunda isinitti hime. \v 26 Jajjabeesan sun -Hafuura Qulqulluu isa Abbaan maqaa kootiin erguu dha, inni waan hunda isin barsiisa, waaniin ani isinitti hime hundumaas isin yaadachiisa. \v 27 Ani nagaan isiniif dhiise, nagaa koo kaniin ani isiniif kennu nagaa kan akka addunyaan kennituuti miti. Onneen keessan hin raafamiin hin sodaatiinis.' \ No newline at end of file diff --git a/14/28.txt b/14/28.txt new file mode 100644 index 0000000..09b6d1e --- /dev/null +++ b/14/28.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 28 Isin akkan ani 'nan deema deebi'ee gara keessan nan dhufa' jedhe dhageessanii jirtu, otoo na jaalatani yammuun gara Abbaa dhaquubkootti ni gamaddu turtan, waan Abbaan na caaluuf. \v 29 Amma yammuu waanti kun ta'u akka amantaniif otoo inni hin ta'iin ani duraan dursee isinitti himeera. \v 30 Waan bulchaan addunyaa kanaa dhufuuf ani kanaan achi isin waliin baay'ee hin dubbadhu, innis angoo ana irratti hin qabu. \v 31 Garuu akkan an Abbaa jaaladhu addunyaan akka beekuuf, akkuma Abbaan ana ajajeettis nan raawwadha olka'aa asii haa deemnuu. \ No newline at end of file diff --git a/15/title.txt b/15/title.txt new file mode 100644 index 0000000..49bbb36 --- /dev/null +++ b/15/title.txt @@ -0,0 +1 @@ +Boqonnaa 15 \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 7bf1c0f..f4fc018 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -307,6 +307,9 @@ "14-15", "14-18", "14-21", - "14-23" + "14-23", + "14-25", + "14-28", + "15-title" ] } \ No newline at end of file