Fri Dec 17 2021 00:01:00 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-17 00:01:01 +03:00
parent 73e7c3759f
commit 77b6b0dc9b
5 changed files with 8 additions and 5 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 19 19Iyyasuus akka Pheexiroos du'a akkamiitiin Waaqayyoo ulfeessu agarsiisuuf waan kana dubbate, kana booddees, "ana duukaa bu'i" jedheen.
\v 19 Iyyasuus akka Pheexiroos du'a akkamiitiin Waaqayyoo ulfeessu agarsiisuuf waan kana dubbate, kana booddees, "ana duukaa bu'i" jedheen.

View File

@ -1 +1 @@
\v 20 \v 21 20Pheexiroosis garagalee otoo hordofaan inni Iyyasuus jaalatu suun isaan duukaa bu'uu arge, hordofaan kunis isa yeroo irbaataatti laphee Iyyasuusitti maxxanee 'yaa Gooftaa, iinni dabarsee si kennu eenyuu dha? 'jedhee sanaa dha. 21Pheexiroisis yammuu isa argub'yaa Gooftaa namni kun hoo? jedheen Iyyasuus gaafate.
\v 20 Pheexiroosis garagalee otoo hordofaan inni Iyyasuus jaalatu suun isaan duukaa bu'uu arge, hordofaan kunis isa yeroo irbaataatti laphee Iyyasuusitti maxxanee 'yaa Gooftaa, iinni dabarsee si kennu eenyuu dha? 'jedhee sanaa dha. \v 21 Pheexiroisis yammuu isa argub'yaa Gooftaa namni kun hoo? jedheen Iyyasuus gaafate.

View File

@ -1 +1 @@
\v 22 \v 23 22Iyyasuusis deebisee "hanga ani dhufutti akka inni jiraatuu yoo feedhii koo ta'e maaltuu si dhibe 'Ati na duukaa bu'i'" jedheen. 23Kanaaf yaadni 'hordofaan kun hin du'u' jedhu obboleewwan jidduutti oddefame, Iyyasuus garuu Pheexiroosin, hanga ani dhufutti akka inni jiraatuuf yoo feedhii koo t'e maaltuu si dhibee?' jedhe malee inni hin du'u hin jenne.
\v 22 Iyyasuusis deebisee "hanga ani dhufutti akka inni jiraatuu yoo feedhii koo ta'e maaltuu si dhibe 'Ati na duukaa bu'i'" jedheen. \v 23 Kanaaf yaadni 'hordofaan kun hin du'u' jedhu obboleewwan jidduutti oddefame, Iyyasuus garuu Pheexiroosin, hanga ani dhufutti akka inni jiraatuuf yoo feedhii koo t'e maaltuu si dhibee?' jedhe malee inni hin du'u hin jenne.

View File

@ -1 +1 @@
\v 24 \v 25 24Hordofaan kun hordofaa isa waa'ee wantoota kanaa dhugaa ba'ee fi isa waantoota kan barreesse dha, nutis dhuga ba'iinsa isaa dhugaa ta'uu ni beekna. 25Akkasumas Iyysuus waantoota biraa baay'ee hojateera. Otoo waantootni kun hundu isaanii tokko tokkoon barreeffamanii addunyaan ofi ishiitiin akka kitaabbotaa barreffamanii waan geessu nattu hin fakkaatu.
\v 24 Hordofaan kun hordofaa isa waa'ee wantoota kanaa dhugaa ba'ee fi isa waantoota kan barreesse dha, nutis dhuga ba'iinsa isaa dhugaa ta'uu ni beekna. \v 25 Akkasumas Iyysuus waantoota biraa baay'ee hojateera. Otoo waantootni kun hundu isaanii tokko tokkoon barreeffamanii addunyaan ofi ishiitiin akka kitaabbotaa barreffamanii waan geessu nattu hin fakkaatu.

View File

@ -404,6 +404,9 @@
"21-10",
"21-12",
"21-15",
"21-17"
"21-17",
"21-19",
"21-20",
"21-24"
]
}