From 77b6b0dc9bcac9c0105c2b931dd6af5aa38fe607 Mon Sep 17 00:00:00 2001 From: Dawit-Dessie Date: Fri, 17 Dec 2021 00:01:01 +0300 Subject: [PATCH] Fri Dec 17 2021 00:01:00 GMT+0300 (E. Africa Standard Time) --- 21/19.txt | 2 +- 21/20.txt | 2 +- 21/22.txt | 2 +- 21/24.txt | 2 +- manifest.json | 5 ++++- 5 files changed, 8 insertions(+), 5 deletions(-) diff --git a/21/19.txt b/21/19.txt index 21192ac..c649605 100644 --- a/21/19.txt +++ b/21/19.txt @@ -1 +1 @@ -\v 19 19Iyyasuus akka Pheexiroos du'a akkamiitiin Waaqayyoo ulfeessu agarsiisuuf waan kana dubbate, kana booddees, "ana duukaa bu'i" jedheen. \ No newline at end of file +\v 19 Iyyasuus akka Pheexiroos du'a akkamiitiin Waaqayyoo ulfeessu agarsiisuuf waan kana dubbate, kana booddees, "ana duukaa bu'i" jedheen. \ No newline at end of file diff --git a/21/20.txt b/21/20.txt index a6b91f3..a5b7e87 100644 --- a/21/20.txt +++ b/21/20.txt @@ -1 +1 @@ -\v 20 \v 21 20Pheexiroosis garagalee otoo hordofaan inni Iyyasuus jaalatu suun isaan duukaa bu'uu arge, hordofaan kunis isa yeroo irbaataatti laphee Iyyasuusitti maxxanee 'yaa Gooftaa, iinni dabarsee si kennu eenyuu dha? 'jedhee sanaa dha. 21Pheexiroisis yammuu isa argub'yaa Gooftaa namni kun hoo? jedheen Iyyasuus gaafate. \ No newline at end of file +\v 20 Pheexiroosis garagalee otoo hordofaan inni Iyyasuus jaalatu suun isaan duukaa bu'uu arge, hordofaan kunis isa yeroo irbaataatti laphee Iyyasuusitti maxxanee 'yaa Gooftaa, iinni dabarsee si kennu eenyuu dha? 'jedhee sanaa dha. \v 21 Pheexiroisis yammuu isa argub'yaa Gooftaa namni kun hoo? jedheen Iyyasuus gaafate. \ No newline at end of file diff --git a/21/22.txt b/21/22.txt index 416da7e..6572a8d 100644 --- a/21/22.txt +++ b/21/22.txt @@ -1 +1 @@ -\v 22 \v 23 22Iyyasuusis deebisee "hanga ani dhufutti akka inni jiraatuu yoo feedhii koo ta'e maaltuu si dhibe 'Ati na duukaa bu'i'" jedheen. 23Kanaaf yaadni 'hordofaan kun hin du'u' jedhu obboleewwan jidduutti oddefame, Iyyasuus garuu Pheexiroosin, hanga ani dhufutti akka inni jiraatuuf yoo feedhii koo t'e maaltuu si dhibee?' jedhe malee inni hin du'u hin jenne. \ No newline at end of file +\v 22 Iyyasuusis deebisee "hanga ani dhufutti akka inni jiraatuu yoo feedhii koo ta'e maaltuu si dhibe 'Ati na duukaa bu'i'" jedheen. \v 23 Kanaaf yaadni 'hordofaan kun hin du'u' jedhu obboleewwan jidduutti oddefame, Iyyasuus garuu Pheexiroosin, hanga ani dhufutti akka inni jiraatuuf yoo feedhii koo t'e maaltuu si dhibee?' jedhe malee inni hin du'u hin jenne. \ No newline at end of file diff --git a/21/24.txt b/21/24.txt index c7866f2..31e8bd0 100644 --- a/21/24.txt +++ b/21/24.txt @@ -1 +1 @@ -\v 24 \v 25 24Hordofaan kun hordofaa isa waa'ee wantoota kanaa dhugaa ba'ee fi isa waantoota kan barreesse dha, nutis dhuga ba'iinsa isaa dhugaa ta'uu ni beekna. 25Akkasumas Iyysuus waantoota biraa baay'ee hojateera. Otoo waantootni kun hundu isaanii tokko tokkoon barreeffamanii addunyaan ofi ishiitiin akka kitaabbotaa barreffamanii waan geessu nattu hin fakkaatu. \ No newline at end of file +\v 24 Hordofaan kun hordofaa isa waa'ee wantoota kanaa dhugaa ba'ee fi isa waantoota kan barreesse dha, nutis dhuga ba'iinsa isaa dhugaa ta'uu ni beekna. \v 25 Akkasumas Iyysuus waantoota biraa baay'ee hojateera. Otoo waantootni kun hundu isaanii tokko tokkoon barreeffamanii addunyaan ofi ishiitiin akka kitaabbotaa barreffamanii waan geessu nattu hin fakkaatu. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 6821584..996a995 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -404,6 +404,9 @@ "21-10", "21-12", "21-15", - "21-17" + "21-17", + "21-19", + "21-20", + "21-24" ] } \ No newline at end of file