Thu Dec 16 2021 23:59:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:59:23 +03:00
parent 8276141fb7
commit 73e7c3759f
7 changed files with 11 additions and 7 deletions

View File

@ -1,10 +1,10 @@
\v 15 \v 16 15Iyyasuusis erga ciree nyaatanii booda Simi'oon Pheexiroosiin;
\v 15 Iyyasuusis erga ciree nyaatanii booda Simi'oon Pheexiroosiin;
"Yaa Simi'oon Ilma Yoonaa ati isaan kana
caala na jaalataa? jedheen
Innis 'eeyee, yaa Gooftaa akkan si jaaladhu atu
ni beekta' jedheen
Iyyasuus "Ilmaallan koo bobbaas" jedheen
16Iyyasuus ammas " yaa Simi'oon Ilma Yoonaa
\v 16 ammas " yaa Simi'oon Ilma Yoonaa
na jaalattaa?' jedheen
Innis deebisee 'eeyee, yaa Gooftaa, akkan
si jaaladhu atuu ni beekta' jedheen

View File

@ -1,7 +1,7 @@
\v 17 \v 18 17Yeroo sadaffaadhaaf "yaa Simi'oon Ilma Yoonaa
\v 17 Yeroo sadaffaadhaaf "yaa Simi'oon Ilma Yoonaa
na jaalattaa?" jedheen.
Pheexiroosis sababa Iyyasuus yeroo sdaffadhaaf
na jaalattaa? jechuun isa gaafateef gaddee
'Gooftaa ati waan hundaa beekta' jedheen
Iyyasuusis akkana jedheen "hoolota koo bobbaas"
18Ani dhugaan siin jedhaa yeroo ati dagaggeessa turtetti ofuma keetiin mundhii kee hidhattaa, yeroo duloomtu garuu, harka kee dirirfata, namni biroos mindhii kee hidhee gara atii hin barbaadne si geessa.'
\v 18 Ani dhugaan siin jedhaa yeroo ati dagaggeessa turtetti ofuma keetiin mundhii kee hidhattaa, yeroo duloomtu garuu, harka kee dirirfata, namni biroos mindhii kee hidhee gara atii hin barbaadne si geessa.'

1
21/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 19Iyyasuus akka Pheexiroos du'a akkamiitiin Waaqayyoo ulfeessu agarsiisuuf waan kana dubbate, kana booddees, "ana duukaa bu'i" jedheen.

1
21/20.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 20 \v 21 20Pheexiroosis garagalee otoo hordofaan inni Iyyasuus jaalatu suun isaan duukaa bu'uu arge, hordofaan kunis isa yeroo irbaataatti laphee Iyyasuusitti maxxanee 'yaa Gooftaa, iinni dabarsee si kennu eenyuu dha? 'jedhee sanaa dha. 21Pheexiroisis yammuu isa argub'yaa Gooftaa namni kun hoo? jedheen Iyyasuus gaafate.

1
21/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 22 \v 23 22Iyyasuusis deebisee "hanga ani dhufutti akka inni jiraatuu yoo feedhii koo ta'e maaltuu si dhibe 'Ati na duukaa bu'i'" jedheen. 23Kanaaf yaadni 'hordofaan kun hin du'u' jedhu obboleewwan jidduutti oddefame, Iyyasuus garuu Pheexiroosin, hanga ani dhufutti akka inni jiraatuuf yoo feedhii koo t'e maaltuu si dhibee?' jedhe malee inni hin du'u hin jenne.

View File

@ -1,2 +1 @@
20Pheexiroosis garagalee otoo hordofaan inni Iyyasuus jaalatu suun isaan duukaa bu'uu arge, hordofaan kunis isa yeroo irbaataatti laphee Iyyasuusitti maxxanee 'yaa Gooftaa, iinni dabarsee si kennu eenyuu dha? 'jedhee sanaa dha. 21Pheexiroisis yammuu isa argub'yaa Gooftaa namni kun hoo? jedheen Iyyasuus gaafate. 22Iyyasuusis deebisee "hanga ani dhufutti akka inni jiraatuu yoo feedhii koo ta'e maaltuu si dhibe 'Ati na duukaa bu'i'" jedheen. 23Kanaaf yaadni 'hordofaan kun hin du'u' jedhu obboleewwan jidduutti oddefame, Iyyasuus garuu Pheexiroosin, hanga ani dhufutti akka inni jiraatuuf yoo feedhii koo t'e maaltuu si dhibee?' jedhe malee inni hin du'u hin jenne.
24Hordofaan kun hordofaa isa waa'ee wantoota kanaa dhugaa ba'ee fi isa waantoota kan barreesse dha, nutis dhuga ba'iinsa isaa dhugaa ta'uu ni beekna. 25Akkasumas Iyysuus waantoota biraa baay'ee hojateera. Otoo waantootni kun hundu isaanii tokko tokkoon barreeffamanii addunyaan ofi ishiitiin akka kitaabbotaa barreffamanii waan geessu nattu hin fakkaatu.
\v 24 \v 25 24Hordofaan kun hordofaa isa waa'ee wantoota kanaa dhugaa ba'ee fi isa waantoota kan barreesse dha, nutis dhuga ba'iinsa isaa dhugaa ta'uu ni beekna. 25Akkasumas Iyysuus waantoota biraa baay'ee hojateera. Otoo waantootni kun hundu isaanii tokko tokkoon barreeffamanii addunyaan ofi ishiitiin akka kitaabbotaa barreffamanii waan geessu nattu hin fakkaatu.

View File

@ -402,6 +402,8 @@
"21-04",
"21-07",
"21-10",
"21-12"
"21-12",
"21-15",
"21-17"
]
}