Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/21/15.txt

12 lines
636 B
Plaintext

\v 15 Iyyasuusis erga ciree nyaatanii booda Simi'oon Pheexiroosiin;
"Yaa Simi'oon Ilma Yoonaa ati isaan kana
caala na jaalataa? jedheen
Innis 'eeyee, yaa Gooftaa akkan si jaaladhu atu
ni beekta' jedheen
Iyyasuus "Ilmaallan koo bobbaas" jedheen
\v 16 ammas " yaa Simi'oon Ilma Yoonaa
na jaalattaa?' jedheen
Innis deebisee 'eeyee, yaa Gooftaa, akkan
si jaaladhu atuu ni beekta' jedheen
Iyyasuus immoo "hoolota (Korbeeyii fi Goromii)
na eegi" jedheen