Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/21/24.txt

1 line
366 B
Plaintext

\v 24 \v 25 24Hordofaan kun hordofaa isa waa'ee wantoota kanaa dhugaa ba'ee fi isa waantoota kan barreesse dha, nutis dhuga ba'iinsa isaa dhugaa ta'uu ni beekna. 25Akkasumas Iyysuus waantoota biraa baay'ee hojateera. Otoo waantootni kun hundu isaanii tokko tokkoon barreeffamanii addunyaan ofi ishiitiin akka kitaabbotaa barreffamanii waan geessu nattu hin fakkaatu.