Thu Dec 16 2021 22:51:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:51:23 +03:00
parent fdbedcfa90
commit 2423eb1a1f
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 3 \v 4 3Sababni isaan waantoota kanneen godhaniif waan Abbaa yookin ana hin beekneefi dha. 4Ani waa'ee isaanii isinitti dubbachuun koo yammuu yeroon isaanii dhufuu akka yaadattaniifin isinitti hime. Ani waanin isin waliin tureef kanaan dura waa'ee waantoota kanneenii isinitti hin himne.
\v 3 Sababni isaan waantoota kanneen godhaniif waan Abbaa yookin ana hin beekneefi dha. \v 4 Ani waa'ee isaanii isinitti dubbachuun koo yammuu yeroon isaanii dhufuu akka yaadattaniifin isinitti hime. Ani waanin isin waliin tureef kanaan dura waa'ee waantoota kanneenii isinitti hin himne.

1
16/05.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 5 Amma garuu ani gara isa na ergee nan deema, ta'us isin keessa namni 'ati eessa deemta? jedhee na gaafatu kamiyyuu hin jiru. \v 6 Garuu sababan waantoota kanneen isinitti himeef gaddi hadhaa'an onnee keessan keessa guuteera? \v 7 ani dhugaan isinitti hima, yoodhan deeme isiniif wayya, ani deemu malee jajjabeessaan sun gara keessan hi dhufu, ani yoon deeme garu isa isiniif nan erga.

1
16/08.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 8 Yammuu inni dhufu, jajjabeessan addunyaan akka dogongoran, waa'ee cubbuu, waa'ee qajeelummaa fi waa'ee murtii ni sirreessa. \v 9 Waa'ee cubbu, sababa isaan anatti hin amanneef. \v 10 Waa'ee qajeelummaa, sababan ani gara Abbaa deemuufi isinis kanaan booda na hin argineef. \v 11 waa'ee murtii, sababa bulchaa addunyaa kanaa itti murtaa'eefi.

View File

@ -324,6 +324,9 @@
"15-23",
"15-26",
"16-title",
"16-01"
"16-01",
"16-03",
"16-05",
"16-08"
]
}