Thu Dec 16 2021 22:49:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)
This commit is contained in:
parent
dbfa3e0133
commit
fdbedcfa90
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
\v 26 Yammuu jajjabeessaan innis Hafuura dhugaa innin ani Abbaa biraa isinii ergu inni Abbaa keessaa ba'u dhufu sun inni waaye koo ni dhugaa ba'a. \v 27 Isin jalqaba kaaftanii waan ana waliin turtaniif ni dhugaa baatu
|
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
\c 16 \v 1 wantoota kanneen akka isin karaa irraa hin badneef jedheen isinitti himeera. \v 2 Isaanis mana sagadaa keessaa isin ni ari'u. Garuu yeroon namni isin ajeesu kamiyyuu akka waan Waaqa tajaajiluutti itti yaadu tokko ni dhufa.
|
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
\v 3 \v 4 3Sababni isaan waantoota kanneen godhaniif waan Abbaa yookin ana hin beekneefi dha. 4Ani waa'ee isaanii isinitti dubbachuun koo yammuu yeroon isaanii dhufuu akka yaadattaniifin isinitti hime. Ani waanin isin waliin tureef kanaan dura waa'ee waantoota kanneenii isinitti hin himne.
|
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
Boqonnaa 16
|
|
@ -321,6 +321,9 @@
|
|||
"15-16",
|
||||
"15-18",
|
||||
"15-20",
|
||||
"15-23"
|
||||
"15-23",
|
||||
"15-26",
|
||||
"16-title",
|
||||
"16-01"
|
||||
]
|
||||
}
|
Loading…
Reference in New Issue