From 2423eb1a1f83dddb1605bc10c1e1b27be0ee7009 Mon Sep 17 00:00:00 2001 From: Dawit-Dessie Date: Thu, 16 Dec 2021 22:51:23 +0300 Subject: [PATCH] Thu Dec 16 2021 22:51:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time) --- 16/03.txt | 2 +- 16/05.txt | 1 + 16/08.txt | 1 + manifest.json | 5 ++++- 4 files changed, 7 insertions(+), 2 deletions(-) create mode 100644 16/05.txt create mode 100644 16/08.txt diff --git a/16/03.txt b/16/03.txt index b0b22af..88c5697 100644 --- a/16/03.txt +++ b/16/03.txt @@ -1 +1 @@ -\v 3 \v 4 3Sababni isaan waantoota kanneen godhaniif waan Abbaa yookin ana hin beekneefi dha. 4Ani waa'ee isaanii isinitti dubbachuun koo yammuu yeroon isaanii dhufuu akka yaadattaniifin isinitti hime. Ani waanin isin waliin tureef kanaan dura waa'ee waantoota kanneenii isinitti hin himne. \ No newline at end of file +\v 3 Sababni isaan waantoota kanneen godhaniif waan Abbaa yookin ana hin beekneefi dha. \v 4 Ani waa'ee isaanii isinitti dubbachuun koo yammuu yeroon isaanii dhufuu akka yaadattaniifin isinitti hime. Ani waanin isin waliin tureef kanaan dura waa'ee waantoota kanneenii isinitti hin himne. \ No newline at end of file diff --git a/16/05.txt b/16/05.txt new file mode 100644 index 0000000..4a44222 --- /dev/null +++ b/16/05.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 5 Amma garuu ani gara isa na ergee nan deema, ta'us isin keessa namni 'ati eessa deemta? jedhee na gaafatu kamiyyuu hin jiru. \v 6 Garuu sababan waantoota kanneen isinitti himeef gaddi hadhaa'an onnee keessan keessa guuteera? \v 7 ani dhugaan isinitti hima, yoodhan deeme isiniif wayya, ani deemu malee jajjabeessaan sun gara keessan hi dhufu, ani yoon deeme garu isa isiniif nan erga. \ No newline at end of file diff --git a/16/08.txt b/16/08.txt new file mode 100644 index 0000000..b03a70f --- /dev/null +++ b/16/08.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 8 Yammuu inni dhufu, jajjabeessan addunyaan akka dogongoran, waa'ee cubbuu, waa'ee qajeelummaa fi waa'ee murtii ni sirreessa. \v 9 Waa'ee cubbu, sababa isaan anatti hin amanneef. \v 10 Waa'ee qajeelummaa, sababan ani gara Abbaa deemuufi isinis kanaan booda na hin argineef. \v 11 waa'ee murtii, sababa bulchaa addunyaa kanaa itti murtaa'eefi. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 3952d5a..bdb3bea 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -324,6 +324,9 @@ "15-23", "15-26", "16-title", - "16-01" + "16-01", + "16-03", + "16-05", + "16-08" ] } \ No newline at end of file