Thu Dec 16 2021 14:22:18 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 14:22:19 +03:00
parent cdf1c52538
commit 1b47ba2898
5 changed files with 8 additions and 1 deletions

1
08/57.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 57 Yihuudootnis 'umriin kee waggaa shantamaa hin guunnee, Abrihaam argitee jirtaa?' \v 58 akkana isaanii jedhe 'Dhugaa, dhugaa isiniin jedha Abrihaamiin dura, "Ani Ana"' \v 59 yeroodhumaa kana dhawuudhaf dhagaa fudhatan, Iyyasuus garuu jalaa dhokkotee mana qulqullinaa keessaa ba'ee deeme.

1
09/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 9 \v 1 Iyyasuus otoo karaa darbuu nama dhaloota isaatii jalqabee jaamaa ture tokko arge. \v 2 Hordoftootni isaa 'yaa Rabbii namni kun akka jaawaa ta'ee dhalatuuf eenyutu cubbuu hojjate? Isa moo abbaafi haadha isaatii?' Jedhanii isa gaafatan.

1
09/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
3Iyyasuusis akkana jedhee deebiseef 'Inni yookiin abbaafi haatii isaa cubbuu hi hojjanne, garuakka hojiin Waaayyoo isa keessatti muldhatuufi malee.' 4Otoo guyyaa ta'e jiruu hojii isa na ergee hojjachuu qabna, halkan namni tokkollee itti hojjachuu hin dandeenye ni dhufa. 5Amma ani addunyaa keessa jiruutti ani ifa addunyaati'

1
09/title.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
Boqonnaa 9

View File

@ -207,6 +207,9 @@
"08-45",
"08-48",
"08-50",
"08-54"
"08-54",
"08-57",
"09-title",
"09-01"
]
}