Thu Dec 16 2021 14:20:18 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 14:20:19 +03:00
parent a417a7067f
commit cdf1c52538
3 changed files with 4 additions and 1 deletions

1
08/52.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 52 akkana isaa jedhan 'Akka jinniin qabdu nut amma beekne, Abrihaamiif Raajonni du'aniiru, ati garuu "eenyumtuu yoo dubbi koo eege yoomuma du'a hin dhandhamatu" \v 53 Ati abbaa keenya Abrihaam, isa du'e hin caaltu, ni caaltaa? Akkasuma Raajonnis du'aniiru. Ati eenyu ofgoota?

1
08/54.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 54 Iyyasuusis akkana jedhee deebiseef 'Ani yoo n ulfina ofii kenne, ulfinni koo faayidaa hin qabu, kan na ulfaassu Abbaa koo isa isin Waaqa keenya jeetan sanaa dha. \v 55 Isin isa hin beektan, ani garuu nana beeka, otoon 'Ani isa hin beeku' jedhe akkuma keessaniin sobaa dha. Maalumaafuu anu isa nan beekaa dubbii isaas nan eega. \v 56 Abbaan keessan Abrihaam guyyaa koo waan argeef gamade, argeera gamadeeras.'

View File

@ -206,6 +206,7 @@
"08-42",
"08-45",
"08-48",
"08-50"
"08-50",
"08-54"
]
}