diff --git a/08/57.txt b/08/57.txt new file mode 100644 index 0000000..032e415 --- /dev/null +++ b/08/57.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 57 Yihuudootnis 'umriin kee waggaa shantamaa hin guunnee, Abrihaam argitee jirtaa?' \v 58 akkana isaanii jedhe 'Dhugaa, dhugaa isiniin jedha Abrihaamiin dura, "Ani Ana"' \v 59 yeroodhumaa kana dhawuudhaf dhagaa fudhatan, Iyyasuus garuu jalaa dhokkotee mana qulqullinaa keessaa ba'ee deeme. \ No newline at end of file diff --git a/09/01.txt b/09/01.txt new file mode 100644 index 0000000..1b41218 --- /dev/null +++ b/09/01.txt @@ -0,0 +1 @@ +\c 9 \v 1 Iyyasuus otoo karaa darbuu nama dhaloota isaatii jalqabee jaamaa ture tokko arge. \v 2 Hordoftootni isaa 'yaa Rabbii namni kun akka jaawaa ta'ee dhalatuuf eenyutu cubbuu hojjate? Isa moo abbaafi haadha isaatii?' Jedhanii isa gaafatan. \ No newline at end of file diff --git a/09/03.txt b/09/03.txt new file mode 100644 index 0000000..087e582 --- /dev/null +++ b/09/03.txt @@ -0,0 +1 @@ +3Iyyasuusis akkana jedhee deebiseef 'Inni yookiin abbaafi haatii isaa cubbuu hi hojjanne, garuakka hojiin Waaayyoo isa keessatti muldhatuufi malee.' 4Otoo guyyaa ta'e jiruu hojii isa na ergee hojjachuu qabna, halkan namni tokkollee itti hojjachuu hin dandeenye ni dhufa. 5Amma ani addunyaa keessa jiruutti ani ifa addunyaati' \ No newline at end of file diff --git a/09/title.txt b/09/title.txt new file mode 100644 index 0000000..0100b59 --- /dev/null +++ b/09/title.txt @@ -0,0 +1 @@ +Boqonnaa 9 \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index c8bdf13..552fb76 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -207,6 +207,9 @@ "08-45", "08-48", "08-50", - "08-54" + "08-54", + "08-57", + "09-title", + "09-01" ] } \ No newline at end of file