Thu Dec 16 2021 21:59:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:59:23 +03:00
parent 63973f0f6b
commit 1395ea3e2c
5 changed files with 8 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 20 \v 22 20Giriikonni muraasni warra yeroo ayyaanaa sagaduuf ol-deeman keessa jiru turan. \v 21 21Isaani kunis gara Filiiphoos nama Beetasaayidaa ishii Galiilaa keessaa bira deemanii 'Goofticha Iyyasuus arguu barbaadna' jedhaniin. 22Filiiphoosiis deemeet Indiriiyaasitti hime, Indiriiyaasii fi Filiiphoos waliin deemani Iyyasuusitti himan.
\v 20 muraasni warra yeroo ayyaanaa sagaduuf ol-deeman keessa jiru turan. \v 21 Isaani kunis gara Filiiphoos nama Beetasaayidaa ishii Galiilaa keessaa bira deemanii 'Goofticha Iyyasuus arguu barbaadna' jedhaniin. \v 22 Filiiphoosiis deemeet Indiriiyaasitti hime, Indiriiyaasii fi Filiiphoos waliin deemani Iyyasuusitti himan.

1
12/23.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 23 Iyyasuusis akkana jechuun isaaniif deebise 'sa'aatiin inni Ilmi Nama itti ulfaatuu ga'eera. \v 24 Dhugaa, dhugaa isiniin jedha firiin qamadii yoo lafa buutee du'uu baatte qophaaishiin harftii, yoo duute garuu firii baay'ee buufti.

1
12/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 Namni inni lubbuu isaa jaalatu ni dhaba, inni addunyaa kana keessatti lubbuu isaa inni jibbu garuu jireenya barbaraatiif lubbuu isaa kaawwata. \v 26 Namni na tajaajilu barbaadu kamiyyuu, inni ana haa hordofu, bakkan ani jiru kan na tajaajiluus ni jiraata, nama na tajaajilu kamiyyuu isa Abbaan koo ni ulfeessa.

1
12/27.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 27 \v 28 \v 29 27Amma lubbuun koo dhiphateerti maal haa jedhuu? Yaa Abbaa kana jalaa na eegi? garuu sababuma kanaafiin gara sa'aatii kanaa dhufeera. 28'Yaa Abbaa maqaa kee ulfeessi.' Akkasumas sagaleen 'Ani ulfeeseera, ammas deebisee nan ulfeessa' jedhu saamii dha dhufe. 29Namoonni oomaan achi dhaabachaa jiran yammuu sagalee jedhe sana dhaga'an 'bakka kaadha' jedhan, kaan immoo 'Maleekatuu itti dubbata' jedhan.

View File

@ -269,6 +269,9 @@
"12-12",
"12-14",
"12-16",
"12-17"
"12-17",
"12-20",
"12-23",
"12-25"
]
}