diff --git a/12/20.txt b/12/20.txt index 42ca0e9..8b4ff9c 100644 --- a/12/20.txt +++ b/12/20.txt @@ -1 +1 @@ -\v 20 \v 22 20Giriikonni muraasni warra yeroo ayyaanaa sagaduuf ol-deeman keessa jiru turan. \v 21 21Isaani kunis gara Filiiphoos nama Beetasaayidaa ishii Galiilaa keessaa bira deemanii 'Goofticha Iyyasuus arguu barbaadna' jedhaniin. 22Filiiphoosiis deemeet Indiriiyaasitti hime, Indiriiyaasii fi Filiiphoos waliin deemani Iyyasuusitti himan. \ No newline at end of file +\v 20 muraasni warra yeroo ayyaanaa sagaduuf ol-deeman keessa jiru turan. \v 21 Isaani kunis gara Filiiphoos nama Beetasaayidaa ishii Galiilaa keessaa bira deemanii 'Goofticha Iyyasuus arguu barbaadna' jedhaniin. \v 22 Filiiphoosiis deemeet Indiriiyaasitti hime, Indiriiyaasii fi Filiiphoos waliin deemani Iyyasuusitti himan. \ No newline at end of file diff --git a/12/23.txt b/12/23.txt new file mode 100644 index 0000000..c56f334 --- /dev/null +++ b/12/23.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 23 Iyyasuusis akkana jechuun isaaniif deebise 'sa'aatiin inni Ilmi Nama itti ulfaatuu ga'eera. \v 24 Dhugaa, dhugaa isiniin jedha firiin qamadii yoo lafa buutee du'uu baatte qophaaishiin harftii, yoo duute garuu firii baay'ee buufti. \ No newline at end of file diff --git a/12/25.txt b/12/25.txt new file mode 100644 index 0000000..6ca07b0 --- /dev/null +++ b/12/25.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 25 Namni inni lubbuu isaa jaalatu ni dhaba, inni addunyaa kana keessatti lubbuu isaa inni jibbu garuu jireenya barbaraatiif lubbuu isaa kaawwata. \v 26 Namni na tajaajilu barbaadu kamiyyuu, inni ana haa hordofu, bakkan ani jiru kan na tajaajiluus ni jiraata, nama na tajaajilu kamiyyuu isa Abbaan koo ni ulfeessa. \ No newline at end of file diff --git a/12/27.txt b/12/27.txt new file mode 100644 index 0000000..cb76fb5 --- /dev/null +++ b/12/27.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 27 \v 28 \v 29 27Amma lubbuun koo dhiphateerti maal haa jedhuu? Yaa Abbaa kana jalaa na eegi? garuu sababuma kanaafiin gara sa'aatii kanaa dhufeera. 28'Yaa Abbaa maqaa kee ulfeessi.' Akkasumas sagaleen 'Ani ulfeeseera, ammas deebisee nan ulfeessa' jedhu saamii dha dhufe. 29Namoonni oomaan achi dhaabachaa jiran yammuu sagalee jedhe sana dhaga'an 'bakka kaadha' jedhan, kaan immoo 'Maleekatuu itti dubbata' jedhan. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 334bd66..b121edb 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -269,6 +269,9 @@ "12-12", "12-14", "12-16", - "12-17" + "12-17", + "12-20", + "12-23", + "12-25" ] } \ No newline at end of file