Thu Dec 16 2021 21:57:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:57:23 +03:00
parent 355dd6e3f9
commit 63973f0f6b
5 changed files with 9 additions and 1 deletions

2
12/14.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 14 Iyyasuus ilmoo harree tokko arge irra taa'e, kunis akkuma akkana jedhamee barreefamee dha.
\v 15 'Yaa intala (durba) tsiyoon hin sodaatiin, kunoo mootiin kee ilmoo harreerra taa'ee dhufuuf jiraa.'

1
12/16.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 16 Hordoftootni isaa jalqabatti waan kannee hin hubanne turan, yammuu Iyyasuus ulfaata garu akka waantootani kun barreeffaman kun waa'ee isaa ta'eefi isaanis akka waantita kana isaaf godhan yaadatan.

1
12/17.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 17 Hoomaan namootaas isa waliin turan akka inni awwaala keessaa Alaazaar waamee du'aa kaasee dhugaa ba'an. \v 18 Akkasumas hoomaan namootaa isa simachuu ba'aniifi sababa malattoolee kana inni gochuu dhaga'aniif. \v 19 Kanaafuu Fariisootni 'Isin akka waan gaarii tokkollee addunyaan isa duukaa bu'eera' waliin jedhan.

1
12/20.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 20 \v 22 20Giriikonni muraasni warra yeroo ayyaanaa sagaduuf ol-deeman keessa jiru turan. \v 21 21Isaani kunis gara Filiiphoos nama Beetasaayidaa ishii Galiilaa keessaa bira deemanii 'Goofticha Iyyasuus arguu barbaadna' jedhaniin. 22Filiiphoosiis deemeet Indiriiyaasitti hime, Indiriiyaasii fi Filiiphoos waliin deemani Iyyasuusitti himan.

View File

@ -266,6 +266,9 @@
"12-04",
"12-07",
"12-09",
"12-12"
"12-12",
"12-14",
"12-16",
"12-17"
]
}