Thu Dec 16 2021 21:55:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:55:23 +03:00
parent 2ba4900908
commit 355dd6e3f9
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 7 7Iyyasuus 'hayyamaaf urgooftuu kana guyyaa awwaala kootiitiif naa tursifte. \v 8 8Hiyyeeyyiin yeroo hundumaa isiin waliin jiru. Ana garuu yeroo huda hin argattan' jedheen.
\v 7 Iyyasuus 'hayyamaaf urgooftuu kana guyyaa awwaala kootiitiif naa tursifte. \v 8 Hiyyeeyyiin yeroo hundumaa isiin waliin jiru. Ana garuu yeroo huda hin argattan' jedheen.

1
12/09.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 9 Yihuudotni baay'eenis akka Iyyasuus achi jiraachuu baranii dhufan, dhufaatiin isaaniis Iyyasuusiif qofa otoo hin ta'iin, Alaazaar isa inni du'aa kaases ilaaluuf malee. \v 10 Kanaafuu Luboonni Angaafotni Alaazaar ajjeesuuf mari'aatan. \v 11 Yihuudoota keessaa namoonni baay'een sababbi isaatiif deemanii. Iyyasuusitti amanan.

1
12/12.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 12 Guyyaa itti fufus hoomaan namootaa gara ayyaanichaa dhufan isaaniis yammuu Iyyasuus gara Iyyaruusaaleem dhufaa jiru dhaga'an. \v 13 Meexii qabatanii isa simachuuf ba'anii sagalee guddaan akkana jedhan 'Hoosaa'inaa! Kan maqaa Gooftaatiin dhufu eebifamaadha! Mooticha Israa'eel.'

View File

@ -263,6 +263,9 @@
"11-56",
"12-title",
"12-01",
"12-04"
"12-04",
"12-07",
"12-09",
"12-12"
]
}