Thu Nov 03 2022 11:31:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-11-03 11:31:11 +03:00
parent 9844a643c5
commit fd9de5f266
4 changed files with 8 additions and 1 deletions

1
03/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 4 Yoo barbaachise, ani lee fooniin ija jabina qaba. Namni fooniin ija jabina qaba jedhe yaadu yoo jiraate. Ani isa nan caala. \v 5 ani guyyaa saddeettaffaattiin kittaaname, sanyii Biniyaam, Ibirticha, seera ilaalchisee immo, ani Fariisicha.

2
03/06.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 6 Hinaaffaaf immoo, waldaa amantootaa arichaan ture. Qaajlummaa isa seera jalaaf, ani muda maleessan ture.
\v 7 Garuu waanti ana gargaara ture, Kiristoosiif jedhee hirinaattin ilaala.

1
03/08.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 8 Dhugaadhuma iyyuu gooftaa koo Kiristoos Yesuusiin beekuun hundumaa irra waan caaluuf, ani waan hundumaa akka waan gatameetti nan lakkaaa, Kiristoosiin buaa godhachuudhaaf kun hundinuu anaaf waan gatame taeera, akka kosiittis isa lakkaaeera. \v 9 isa keessatti argameera, karaa seeraa qajeelummaan qabuun miti, garuu isa karaa amantii Kiristoos keessaan argame, qajeelummaa isa Waaqayyoo biraa karaa amantii argame. \v 10 Egaa ani amma isa baruu, humna duaa kauu isaa fi michummaa dhiphina isaatii baruun fi duaanis akka isaa tauun barbaada. \v 11 Kanaaf hanga tokko warra duan keessaa kauu nan amaleeffadha.

View File

@ -59,6 +59,9 @@
"02-22",
"02-25",
"02-28",
"03-01"
"03-01",
"03-04",
"03-06",
"03-08"
]
}