Thu Nov 03 2022 11:29:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-11-03 11:29:11 +03:00
parent 5d039df488
commit 9844a643c5
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 25 25 Garuu, Ephafrodiixosiin deebisee erguun koo barbaachisaadha jedheen yaada. Inni obboleesaa fi hidhata hojii kooti, akkasuma loltuu isa michuu kooti; ergamaa keessanii fi fedha koofis tajaajilaadha. 26 \v 26 Inni baayee dhiphateera, hunduma keessanii wajjinis tauu yaadeera, sababiin isaa akka inni dhukkubsate dhageesaniittu. 27 \v 27 dhugaadhumatti inni hanga duaatti dhukkubsatee ture. Waaqayyo garuu itti araarameera; isatti qofaa immoo miti; anattis malee, akkan gadda irratti gadda hin qabaanneef.
\v 25 Garuu, Ephafrodiixosiin deebisee erguun koo barbaachisaadha jedheen yaada. Inni obboleesaa fi hidhata hojii kooti, akkasuma loltuu isa michuu kooti; ergamaa keessanii fi fedha koofis tajaajilaadha. \v 26 Inni baayee dhiphateera, hunduma keessanii wajjinis tauu yaadeera, sababiin isaa akka inni dhukkubsate dhageesaniittu. \v 27 dhugaadhumatti inni hanga duaatti dhukkubsatee ture. Waaqayyo garuu itti araarameera; isatti qofaa immoo miti; anattis malee, akkan gadda irratti gadda hin qabaanneef.

1
02/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 28 Isa erguu koo baayee hawwitu, yeroo deenbitanii isa argitan waan gammaddaniif; dhiphinni koos ni salphata. \v 29 Kanaaf, maqaa gooftaan gammachuudhaan isa simadhaa. Namoota akka isaatii kabajaa. \v 30 Inni hojiidhuma Kiristoosiif jedhee hanga duaatti gae. Inni, tajaajila keessan keessaa waan isin biraa anaaf hin tain gara xumuraatti akka fiduuf lubbuu isaa baraare.

1
03/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 3 \v 1 Xumura irratti, yaa obboloota ko, Gooftaatti gammadaa. Anaaf wanuma wal fakkaataa kana irra deebiee barreessuun anaaf rakkina miti. Inni nagaatti isineega. \v 2 Saroota ilaalaa. Hojjettoota warra hamoota sana ilaalaa. Warra qaama miidhamtoota ilaalaa. \v 3 Nuti warra kittaanamne, warra hafuuraan Waaqayyoon waaqessanii fi warra Kiristoos Yesuusiin of jajan. Warra foonitti ija jabina hin qabne.

View File

@ -56,6 +56,9 @@
"02-14",
"02-17",
"02-19",
"02-22"
"02-22",
"02-25",
"02-28",
"03-01"
]
}