Thu Nov 03 2022 11:27:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-11-03 11:27:11 +03:00
parent 3cf9656ae0
commit 5d039df488
4 changed files with 6 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 19 19 Garuu, dhiyootti akkan Ximotewosiin siif ergu Yesuusitti abdiin qaba; akkasuma yeroon waantota waaee kee hubadhus, akkan jajjabaadhuuf. 20 \v 20 Ani nama akka isaatii hin qabu, nama dhugaatti isiniif yaadu. 21 \v 21 Hundumtuu waan fedhii ofii isaatii yaada malee, waaee Yesuus Kiristoos miti.
\v 19 Garuu, dhiyootti akkan Ximotewosiin siif ergu Yesuusitti abdiin qaba; akkasuma yeroon waantota waaee kee hubadhus, akkan jajjabaadhuuf. \v 20 Ani nama akka isaatii hin qabu, nama dhugaatti isiniif yaadu. \v 21 Hundumtuu waan fedhii ofii isaatii yaada malee, waaee Yesuus Kiristoos miti.

1
02/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 22 Garuu gatii isaa isa mirkanaaaa beektu, sabaiin isaa akka ilmaatti abbaa isaa wajjin, waan inni anaa wajjin wangeela tajaajileef. \v 23 Kanaaf hanga dandaaametti haalli ana bira jiru maal akka fakatu ilaaleen isiniif erga. \v 24 Garuu, anumti illee akka dafee dhufu gooftaatti ija jabina qaba.

1
02/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 25 Garuu, Ephafrodiixosiin deebisee erguun koo barbaachisaadha jedheen yaada. Inni obboleesaa fi hidhata hojii kooti, akkasuma loltuu isa michuu kooti; ergamaa keessanii fi fedha koofis tajaajilaadha. 26 \v 26 Inni baayee dhiphateera, hunduma keessanii wajjinis tauu yaadeera, sababiin isaa akka inni dhukkubsate dhageesaniittu. 27 \v 27 dhugaadhumatti inni hanga duaatti dhukkubsatee ture. Waaqayyo garuu itti araarameera; isatti qofaa immoo miti; anattis malee, akkan gadda irratti gadda hin qabaanneef.

View File

@ -54,6 +54,8 @@
"02-09",
"02-12",
"02-14",
"02-17"
"02-17",
"02-19",
"02-22"
]
}