Thu Nov 03 2022 11:37:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-11-03 11:37:11 +03:00
parent a909afa6d6
commit bf11fc9163
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
04/04.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 4 Yeroo hundumaa gooftaatti hammadaa, ammas nan jedha, gammadaa. \v 5 gaarummaan keessan namoota hundumaa biratti haa beekamu. Gooftaan dhiyoodha. \v 6 Waan kamiif iyyuu hin dhiphatinaa. Qooda isaa, waan hundumaaf, kadhataa fi waammataan galataa wajjin gaaffiin keessan Waaqayyoo duratti haa beekamu. \v 7 Akkasuma nagaan Waaqayyoo, inni hubannaa hundumaa irra caalu, garaa keessanii fi yaada keessan haa eegu.

1
04/08.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 8 Dhuma irratti, yaa obbolootaa, waaee waanuma dhufaa taee, waaee waanuma kabajamaa taee, waaee haqa taee, waaee waan qulqulluu taee, waaee waan jaallatamaa taee, waaee waan gabaasa gaarii taee, yoo waanti baayee gaarii tae jiraate, yoo waanti galateeffamuun irra jiru jiraate, waaee waantata kanaa yaadaa. \v 9 waantoni isin barattanii fudhattanis, ana keessattis dhageessasanii argita, isaan kana hojjedhaa, Waaqayyo nagaas isinii wajjin ni taa.

1
04/10.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 10 10 Ani guddisee gooftaatti nan gammada, amma dhuma irratti dhimma keessan anaaf haaressitan. Dhugaadhumatti duraan waaee koof dhimmitaniittu, gara ana gargaaruudhaaf carraan hin turre. \v 11 11Ani kana waanan gargaarsa barbaaduun dubbadha miti. Ani haala kam keessatti iyyuu jiraahuu bareera. 12 \v 12 Hiyyummaa jechuun maal jechuu akka tae beeka, irraa haraa qabaachuunis maal akka tae beeka. Karaa hundumaa waan hundumaa keessatti dhoksaa kana bareera, quufattis beelattis; akkasuma, irraa hafaa qabaachuu fi dhabuuttis. \v 13 Ani waan hundumaa karaa isaa, isa ana jebeessuu nan hojjedha..

View File

@ -67,6 +67,8 @@
"03-15",
"03-17",
"03-20",
"04-01"
"04-01",
"04-04",
"04-08"
]
}