Thu Nov 03 2022 11:35:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-11-03 11:35:11 +03:00
parent 8e846c51a8
commit a909afa6d6
4 changed files with 8 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 17 \v 18 \v 19 17 ana fakkaadhaa, yoo obbolootaa. Itti dhiyeenyaan warra warra fakkeenya isin nu eessatti qabdaniin adeemaa jiran ilaalaa. 18 Baayeen adeemaa jiru, waarri ani yeroo baayee isinitti himem, amma immoo imimmaaniin isinitti hima, warra diinota fannoo Kiristoos. 19 Dhumni isaanii diigamuudha. Garaan isaanii Waaqayyoo isaanii waan taeef, ulfinni isaanii immoo qaanii isaaniiti. Isaan waaee waantota lafa irraa yaadu,
\v 17 ana fakkaadhaa, yoo obbolootaa. Itti dhiyeenyaan warra warra fakkeenya isin nu eessatti qabdaniin adeemaa jiran ilaalaa. \v 18 Baayeen adeemaa jiru, waarri ani yeroo baayee isinitti himem, amma immoo imimmaaniin isinitti hima, warra diinota fannoo Kiristoos. \v 19 Dhumni isaanii diigamuudha. Garaan isaanii Waaqayyoo isaanii waan taeef, ulfinni isaanii immoo qaanii isaaniiti. Isaan waaee waantota lafa irraa yaadu,

1
03/20.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 20 Lamummaan keenya garuu waaqa irra, bakka nuti teenyee fayyina keenya eeggannu, gooftaa Yesuus Kiristoosiin. \v 21 Inni qaama keenya isa gadi deebiaa gara qaama isaa isa ulfina qabeessaatti ni jijjiira; humni isaa kunis waanuma hundumaa of jalatti ni galcha.

2
04/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\c 4 \v 1 Kanaaf, yaa obboloota ko warra ani isin yaaduu, gammachuu fi gonfoo ulfinaa koo, bifa kanaa gooftaatti jabaadhaa dhaabadhaa, yaa jaallatamoo obbolootaa.
\v 2 Ewodiyaa kadhachaan jira, Sinxiikeenis kadhachaa jira, gooftaa keessatti akka warra yaada tokkoo taaniif, \v 3 Eyyee, ani isin nan gaafadha, michoota koo warra dhugaa, akka dubartoota warra babalisuu wangeelaa keessatti anaa wajjin dhamaaan gargaataniif, Kilimensii fi michoota koo warra hafan kaanii wajjin; warra maqaan isaanii galmee jireenyaa irra jiru.

View File

@ -64,6 +64,9 @@
"03-06",
"03-08",
"03-12",
"03-15"
"03-15",
"03-17",
"03-20",
"04-01"
]
}