diff --git a/03/17.txt b/03/17.txt index ac82bce..403dd61 100644 --- a/03/17.txt +++ b/03/17.txt @@ -1 +1 @@ -\v 17 \v 18 \v 19 17 ana fakkaadhaa, yoo obbolootaa. Itti dhiyeenyaan warra warra fakkeenya isin nu eessatti qabdaniin adeemaa jiran ilaalaa. 18 Baay’een adeemaa jiru, waarri ani yeroo baay’ee isinitti himem, amma immoo imimmaaniin isinitti hima, warra diinota fannoo Kiristoos. 19 Dhumni isaanii diigamuudha. Garaan isaanii Waaqayyoo isaanii waan ta’eef, ulfinni isaanii immoo qaanii isaaniiti. Isaan waa’ee waantota lafa irraa yaadu, \ No newline at end of file +\v 17 ana fakkaadhaa, yoo obbolootaa. Itti dhiyeenyaan warra warra fakkeenya isin nu eessatti qabdaniin adeemaa jiran ilaalaa. \v 18 Baay’een adeemaa jiru, waarri ani yeroo baay’ee isinitti himem, amma immoo imimmaaniin isinitti hima, warra diinota fannoo Kiristoos. \v 19 Dhumni isaanii diigamuudha. Garaan isaanii Waaqayyoo isaanii waan ta’eef, ulfinni isaanii immoo qaanii isaaniiti. Isaan waa’ee waantota lafa irraa yaadu, \ No newline at end of file diff --git a/03/20.txt b/03/20.txt new file mode 100644 index 0000000..5e80c7f --- /dev/null +++ b/03/20.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 20 Lamummaan keenya garuu waaqa irra, bakka nuti teenyee fayyina keenya eeggannu, gooftaa Yesuus Kiristoosiin. \v 21 Inni qaama keenya isa gadi deebi’aa gara qaama isaa isa ulfina qabeessaatti ni jijjiira; humni isaa kunis waanuma hundumaa of jalatti ni galcha. \ No newline at end of file diff --git a/04/01.txt b/04/01.txt new file mode 100644 index 0000000..bc402a8 --- /dev/null +++ b/04/01.txt @@ -0,0 +1,2 @@ +\c 4 \v 1 Kanaaf, yaa obboloota ko warra ani isin yaaduu, gammachuu fi gonfoo ulfinaa koo, bifa kanaa gooftaatti jabaadhaa dhaabadhaa, yaa jaallatamoo obbolootaa. +\v 2 Ewodiyaa kadhachaan jira, Sinxiikeenis kadhachaa jira, gooftaa keessatti akka warra yaada tokkoo ta’aniif, \v 3 Eyyee, ani isin nan gaafadha, michoota koo warra dhugaa, akka dubartoota warra babal’isuu wangeelaa keessatti anaa wajjin dhamaa’an gargaataniif, Kilimensii fi michoota koo warra hafan kaanii wajjin; warra maqaan isaanii galmee jireenyaa irra jiru. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 9f28b85..77ee405 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -64,6 +64,9 @@ "03-06", "03-08", "03-12", - "03-15" + "03-15", + "03-17", + "03-20", + "04-01" ] } \ No newline at end of file