Thu Nov 03 2022 11:35:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)
This commit is contained in:
parent
8e846c51a8
commit
a909afa6d6
|
@ -1 +1 @@
|
|||
\v 17 \v 18 \v 19 17 ana fakkaadhaa, yoo obbolootaa. Itti dhiyeenyaan warra warra fakkeenya isin nu eessatti qabdaniin adeemaa jiran ilaalaa. 18 Baay’een adeemaa jiru, waarri ani yeroo baay’ee isinitti himem, amma immoo imimmaaniin isinitti hima, warra diinota fannoo Kiristoos. 19 Dhumni isaanii diigamuudha. Garaan isaanii Waaqayyoo isaanii waan ta’eef, ulfinni isaanii immoo qaanii isaaniiti. Isaan waa’ee waantota lafa irraa yaadu,
|
||||
\v 17 ana fakkaadhaa, yoo obbolootaa. Itti dhiyeenyaan warra warra fakkeenya isin nu eessatti qabdaniin adeemaa jiran ilaalaa. \v 18 Baay’een adeemaa jiru, waarri ani yeroo baay’ee isinitti himem, amma immoo imimmaaniin isinitti hima, warra diinota fannoo Kiristoos. \v 19 Dhumni isaanii diigamuudha. Garaan isaanii Waaqayyoo isaanii waan ta’eef, ulfinni isaanii immoo qaanii isaaniiti. Isaan waa’ee waantota lafa irraa yaadu,
|
|
@ -0,0 +1 @@
|
|||
\v 20 Lamummaan keenya garuu waaqa irra, bakka nuti teenyee fayyina keenya eeggannu, gooftaa Yesuus Kiristoosiin. \v 21 Inni qaama keenya isa gadi deebi’aa gara qaama isaa isa ulfina qabeessaatti ni jijjiira; humni isaa kunis waanuma hundumaa of jalatti ni galcha.
|
|
@ -0,0 +1,2 @@
|
|||
\c 4 \v 1 Kanaaf, yaa obboloota ko warra ani isin yaaduu, gammachuu fi gonfoo ulfinaa koo, bifa kanaa gooftaatti jabaadhaa dhaabadhaa, yaa jaallatamoo obbolootaa.
|
||||
\v 2 Ewodiyaa kadhachaan jira, Sinxiikeenis kadhachaa jira, gooftaa keessatti akka warra yaada tokkoo ta’aniif, \v 3 Eyyee, ani isin nan gaafadha, michoota koo warra dhugaa, akka dubartoota warra babal’isuu wangeelaa keessatti anaa wajjin dhamaa’an gargaataniif, Kilimensii fi michoota koo warra hafan kaanii wajjin; warra maqaan isaanii galmee jireenyaa irra jiru.
|
|
@ -64,6 +64,9 @@
|
|||
"03-06",
|
||||
"03-08",
|
||||
"03-12",
|
||||
"03-15"
|
||||
"03-15",
|
||||
"03-17",
|
||||
"03-20",
|
||||
"04-01"
|
||||
]
|
||||
}
|
Loading…
Reference in New Issue