Thu Nov 03 2022 10:21:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-11-03 10:21:11 +03:00
parent 2b90379d4d
commit 989f0aa078
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
01/12.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 12 Amma egaa beekuun barbaada, obbolootaa, akka waanti ana irratti tae bgudachuu wangeelaaf oole. \v 13 Kana irraan kan kae, Kiristoosiif jedhee hidhamuun koo, waardiyoota masaraa mootummaa fi namoota hundumaa duratti gara ifaatti dhufe. \v 14 Obboloonni hedduun sababii hidhamuu kootiif gooftaatti ija jabina baayee qabu, sodaa malee sagalicha dubbachuufis ija jabina qabu.

1
01/15.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 15 Tokko tokko hinaaffaa fi dorgommiidhaaf, Kiristoosiin lallabu, warri kaan immoo fedhuma gaariidhaan \v 16 Booda garuu jaalalaan hojjetu, akka ani falmii wangeelaaf addana jiru waan beekaniif. \v 17 warri duraa garuu fedhii ofittummaa irraan kan kae Kiristoosiin lallabu, jaalalaan miti. Isaan yeroon hidhaa keessa jiru ana aarsuu yaadu.

1
01/18.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 18 Maloodharee? Karaa hundumaa qofaa, kakaumsa sobaa yookaan dhugaan haa tau, Kiristoos haa lallabamu; kanatti immoo ani nangammada. Eyyee, ani nan gammada. 19 \v 19 Ani waanan beekuuf, akka kun fayyina kootiif tau, kadhaannaa keessanii fi gargaarsa hafuura Yesuus Kiristoos keessaan.

View File

@ -40,6 +40,8 @@
"01-01",
"01-03",
"01-07",
"01-09"
"01-09",
"01-12",
"01-15"
]
}