From 989f0aa0781871d9c016046aae548cf4eba7053c Mon Sep 17 00:00:00 2001 From: tsDesktop Date: Thu, 3 Nov 2022 10:21:11 +0300 Subject: [PATCH] Thu Nov 03 2022 10:21:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time) --- 01/12.txt | 1 + 01/15.txt | 1 + 01/18.txt | 1 + manifest.json | 4 +++- 4 files changed, 6 insertions(+), 1 deletion(-) create mode 100644 01/12.txt create mode 100644 01/15.txt create mode 100644 01/18.txt diff --git a/01/12.txt b/01/12.txt new file mode 100644 index 0000000..b33f886 --- /dev/null +++ b/01/12.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 12 Amma egaa beekuun barbaada, obbolootaa, akka waanti ana irratti ta’e bgudachuu wangeelaaf oole. \v 13 Kana irraan kan ka’e, Kiristoosiif jedhee hidhamuun koo, waardiyoota masaraa mootummaa fi namoota hundumaa duratti gara ifaatti dhufe. \v 14 Obboloonni hedduun sababii hidhamuu kootiif gooftaatti ija jabina baay’ee qabu, sodaa malee sagalicha dubbachuufis ija jabina qabu. \ No newline at end of file diff --git a/01/15.txt b/01/15.txt new file mode 100644 index 0000000..4c0d4c9 --- /dev/null +++ b/01/15.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 15 Tokko tokko hinaaffaa fi dorgommiidhaaf, Kiristoosiin lallabu, warri kaan immoo fedhuma gaariidhaan \v 16 Booda garuu jaalalaan hojjetu, akka ani falmii wangeelaaf addana jiru waan beekaniif. \v 17 warri duraa garuu fedhii ofittummaa irraan kan ka’e Kiristoosiin lallabu, jaalalaan miti. Isaan yeroon hidhaa keessa jiru ana aarsuu yaadu. \ No newline at end of file diff --git a/01/18.txt b/01/18.txt new file mode 100644 index 0000000..1103842 --- /dev/null +++ b/01/18.txt @@ -0,0 +1 @@ +\v 18 Maloodharee? Karaa hundumaa qofaa, kaka’umsa sobaa yookaan dhugaan haa ta’u, Kiristoos haa lallabamu; kanatti immoo ani nangammada. Eyyee, ani nan gammada. 19 \v 19 Ani waanan beekuuf, akka kun fayyina kootiif ta’u, kadhaannaa keessanii fi gargaarsa hafuura Yesuus Kiristoos keessaan. \ No newline at end of file diff --git a/manifest.json b/manifest.json index 99d4975..f9208c9 100644 --- a/manifest.json +++ b/manifest.json @@ -40,6 +40,8 @@ "01-01", "01-03", "01-07", - "01-09" + "01-09", + "01-12", + "01-15" ] } \ No newline at end of file