Thu Nov 03 2022 10:25:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-11-03 10:25:11 +03:00
parent 3dee7a8569
commit 856521f88c
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 25 \v 26 \v 27 25 Kana hubachuudhaan, akkan isin biratti hafee hunduma keessanii wajjin itti fufu beeka, guddinaa fi amantii keessatti gammachuu keessaniif. gammachuu fi amantii keessaniif. 26 Akka isin ana keessatti Kiristoosiin Yesuusiin of jajuuf sababii caalu qabattaniif yeroon deebiee gara keessan dhufu. 27 Ofii kee akka amala wangeela Kiristosiif tautti bichisiisi. Yoon isin arguudhaaf gara keessan dhufes dhiises. Waaee keessan dhagauu nan dandaa. akka ati hafuura tokkotti jabaattee dhaabattee jirtu. Amantii wangeelaaf yaada sammuu tokkoon walii wajjin.
\v 25 Kana hubachuudhaan, akkan isin biratti hafee hunduma keessanii wajjin itti fufu beeka, guddinaa fi amantii keessatti gammachuu keessaniif. gammachuu fi amantii keessaniif. \v 26 Akka isin ana keessatti Kiristoosiin Yesuusiin of jajuuf sababii caalu qabattaniif yeroon deebiee gara keessan dhufu. \v 27 Ofii kee akka amala wangeela Kiristosiif tautti bichisiisi. Yoon isin arguudhaaf gara keessan dhufes dhiises. Waaee keessan dhagauu nan dandaa. akka ati hafuura tokkotti jabaattee dhaabattee jirtu. Amantii wangeelaaf yaada sammuu tokkoon walii wajjin.

1
01/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 28 Karaa kam iyyuu warra isiniin morman hin sodaatinaa. Kun badiisa isaaniif mallattoodha. Isiniif garuu fayyina, kun Waaqayyoo biraati. \v 29 Kiristoos irraan kan kae tola isiniif kenname, isatti akka amantan qofaaf miti, isaaf jettaniis akka dhiphattaniif malee. \v 30 Walaansoo ani keessa jiru isa ana keessa jiru argitan, amma ana keessatti dhageessu.

1
02/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 2 \v 1 Kiristoos keessa jajjabinni kam yoo jiraate, yoo jajjabinni jaalalaan diyaatu jiraate, yoo tokkummaan hafuuraa jiraate, yoo araaraa fi dhiifamni yoo jiraate, \v 2 Warra sammuu tokkoo, jaalala tokkoo, hafuuraa tokkoo tauu fi kaayyoo tokkoo tauudhaa gammachuu koo guutuu anaaf godhaa.

View File

@ -45,6 +45,9 @@
"01-15",
"01-18",
"01-20",
"01-22"
"01-22",
"01-25",
"01-28",
"02-01"
]
}