Thu Nov 03 2022 10:23:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-11-03 10:23:11 +03:00
parent 989f0aa078
commit 3dee7a8569
5 changed files with 8 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 18 Maloodharee? Karaa hundumaa qofaa, kakaumsa sobaa yookaan dhugaan haa tau, Kiristoos haa lallabamu; kanatti immoo ani nangammada. Eyyee, ani nan gammada. 19 \v 19 Ani waanan beekuuf, akka kun fayyina kootiif tau, kadhaannaa keessanii fi gargaarsa hafuura Yesuus Kiristoos keessaan.
\v 18 Maloodharee? Karaa hundumaa qofaa, kakaumsa sobaa yookaan dhugaan haa tau, Kiristoos haa lallabamu; kanatti immoo ani nangammada. Eyyee, ani nan gammada. \v 19 Ani waanan beekuuf, akka kun fayyina kootiif tau, kadhaannaa keessanii fi gargaarsa hafuura Yesuus Kiristoos keessaan.

1
01/20.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 20 Inni waanan hawwiidhaan eeguu fi abdoo kooti, akraa kan iyyuu yeellaee akka an hin argameef, garuu ija jabina hundumaan, amma akkuma yeroo hundumaa, kiristoos qaama koo keessatti ol ni kaafama, jireenyaan yookaan immoo duaan. \v 21 Anaaf jireenyi Kiristoosi; duis buaa kooti.

1
01/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 22 Garuu, yoon foon keessa jiraadhe, inni anaaf hojii bua qabeessa. Isa kan filadhu? Hin beeku. \v 23 Lamaan isaa gidduutti jabeessee danqamee waan jiruuf. Hawwiin koo irraa adda baee Kiristoosii wajjin tauudha, isa baayee caalu sana, \v 24 Amma iyyuu immoo, foon keessa turuun caalaatti isiniif jecha barbaachisaadha.

1
01/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 \v 26 \v 27 25 Kana hubachuudhaan, akkan isin biratti hafee hunduma keessanii wajjin itti fufu beeka, guddinaa fi amantii keessatti gammachuu keessaniif. gammachuu fi amantii keessaniif. 26 Akka isin ana keessatti Kiristoosiin Yesuusiin of jajuuf sababii caalu qabattaniif yeroon deebiee gara keessan dhufu. 27 Ofii kee akka amala wangeela Kiristosiif tautti bichisiisi. Yoon isin arguudhaaf gara keessan dhufes dhiises. Waaee keessan dhagauu nan dandaa. akka ati hafuura tokkotti jabaattee dhaabattee jirtu. Amantii wangeelaaf yaada sammuu tokkoon walii wajjin.

View File

@ -42,6 +42,9 @@
"01-07",
"01-09",
"01-12",
"01-15"
"01-15",
"01-18",
"01-20",
"01-22"
]
}