burje_duro_gaz_php_text_ulb/01/22.txt

1 line
336 B
Plaintext
Raw Normal View History

\v 22 Garuu, yoon foon keessa jiraadhe, inni anaaf hojii bua qabeessa. Isa kan filadhu? Hin beeku. \v 23 Lamaan isaa gidduutti jabeessee danqamee waan jiruuf. Hawwiin koo irraa adda baee Kiristoosii wajjin tauudha, isa baayee caalu sana, \v 24 Amma iyyuu immoo, foon keessa turuun caalaatti isiniif jecha barbaachisaadha.