burje_duro_gaz_php_text_ulb/03/17.txt

1 line
435 B
Plaintext
Raw Permalink Normal View History

\v 17 ana fakkaadhaa, yoo obbolootaa. Itti dhiyeenyaan warra warra fakkeenya isin nu eessatti qabdaniin adeemaa jiran ilaalaa. \v 18 Baayeen adeemaa jiru, waarri ani yeroo baayee isinitti himem, amma immoo imimmaaniin isinitti hima, warra diinota fannoo Kiristoos. \v 19 Dhumni isaanii diigamuudha. Garaan isaanii Waaqayyoo isaanii waan taeef, ulfinni isaanii immoo qaanii isaaniiti. Isaan waaee waantota lafa irraa yaadu,