Thu Dec 16 2021 22:39:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:39:24 +03:00
parent c7ae5dfad9
commit e114ed59b4
4 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
15/01.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\c 15 \v 1 'Ani jirma Wayinii dhugaati. Kan dhaabess Abbaa kooti. \v 2 Inni damee narra jiru kan firii hin bufne hunda muree gata, damee firii buusu immoo akka caalattu buusuuf irraa kiittaana.'

1
15/03.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 3 Isin ergaan ani isinitti dubbadheeraa kan ka'e qulqullooftaniirtu. \v 4 Na keessa jiraadhaa, anis isin keessan jiraadhaa. Akkuma dameen yoo jirma wayiniitti jiraatu malee ofuma isaaniin firii buusuu hin dandeenye, isinis yoo an keessa jiraattan male firii buusuu hin dandeessan.

1
15/05.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 5 Ani jirma wayiniiti isin immoo dameewwan. Namni inni kamiyyuu yoo na keessa jiraate, anis yoodhan isa keessa jiraadhe, inni firii baay'ee buusa, isin anaan malee homaa gochuu hin dandeessan. \v 6 Namni inni kamiyyuu na keessa yoo hin jiraatiin inni akka damee achi darbatamee goguti, isaanis dameewwan walitti qabanii ibidda keessa darbatu, ni gubamas. \v 7 Isin yoo na keessa jiraattaniif dubbiin koos yoo isin keessa jiraate, waan feetan hunda gaafadhaa, innis isinif godhama.

View File

@ -310,6 +310,9 @@
"14-23",
"14-25",
"14-28",
"15-title"
"15-title",
"15-01",
"15-03",
"15-05"
]
}