Thu Dec 16 2021 09:59:51 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 09:59:52 +03:00
parent ce8053bdad
commit dfba0331cd
6 changed files with 10 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 21 Iyyasuusis akkana ishii dhaan jedhe. 'Yaa dubartii na amanii, yeroo isiin tulluu kana irrattiis ta'ee Iyyaruusaaleemitti Waaqa Abbaatiif hin sagadnetuu dhufa. 22Isiin waan hin beekneef sagaddu, nuti garu sababbii fayyinni Yiihudoota keessa dhufuuf waan beeknuuf sagadna.
\v 21 Iyyasuusis akkana ishii dhaan jedhe. 'Yaa dubartii na amanii, yeroo isiin tulluu kana irrattiis ta'ee Iyyaruusaaleemitti Waaqa Abbaatiif hin sagadnetuu dhufa. \v 22 Isiin waan hin beekneef sagaddu, nuti garu sababbii fayyinni Yiihudoota keessa dhufuuf waan beeknuuf sagadna.

1
04/23.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 23 dhugaan sagadan yeroon isaan itti haafuuraa fi dhugaan Waaqa Abbaaf sagadan tokko ni dhufa, ammayyuu dhufeera Abbaan warreen akkana kanneen isaaf sagadan barbaada.' \v 24 Waaqayyoo Hafuura, warri isaaf sagadanis hafuuraa fi dhugaadhaan ta'u qabu.

1
04/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 'Akka Masiihiin dhufu, yammuu inni dhufus waan hunda akka nutti himu nan beeka' jetteen. \v 26 Iyyasuusis 'namni inni amma siin waliin haasayaa jiru kun isaa dha' jedheen.

1
04/27.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 27 27Yeroodhumasana hordoftootni isaa deebii'anii dhufan. Isaanis Iyyasuus dubartii tokko waliin otoo haasayuu arganii diniqfatan. Garuu eenyumtuu 'maal barbaadaa? Yookiin maaliif ishii waliin haasofta?' Isa gaafate hin jiru ture.

1
04/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 28 \v 29 \v 30 28Dubartiin suniis ubboo (okkotee) bishaan ishii dhiftee gara magaalaatti deebi'uun namoota akkana jetteen 29'kootaa, naman, waanin ani hojjadhe hunda natti hime tokko ilaala, inni Kiristoos ta'uu diidaalaata?' jetteen. 30Isaanis magaalicha keessaa ba'uun Iyyasuus bira dhufan.

View File

@ -90,6 +90,10 @@
"04-13",
"04-15",
"04-17",
"04-19"
"04-19",
"04-21",
"04-23",
"04-25",
"04-27"
]
}