Thu Dec 16 2021 09:57:51 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 09:57:52 +03:00
parent a3c42fa965
commit ce8053bdad
5 changed files with 8 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 15 \v 16 15Dubartiinis 'yaa gooftaa akkan hin dheeboonnee fi akkan waraabuuf asitti hin deebinee bishaan sana naaf kenni' jetteen. 16Iyyasuusis 'deemiiti dhirsa kee waamitti deebi'ii kootu jedheen.
\v 15 Dubartiinis 'yaa gooftaa akkan hin dheeboonnee fi akkan waraabuuf asitti hin deebinee bishaan sana naaf kenni' jetteen. \v 16 Iyyasuusis 'deemiiti dhirsa kee waamitti deebi'ii kootu jedheen.

1
04/17.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 17 Ishiinis deebiftee akkana jetteen 'ani dhirsa hinqabu. Iyyasuusis deebisee 'dhirsa hinqabu jechuun kee sirrii dha.' \v 18 Sababnisaas 'kanaan dura dhirsoota shan qabda ture, ammas namni siin waliin jiru dhirsa keetii mitti. Waantii ati dubbatte dhugaadha.

1
04/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 Dubartiinis akkana isaan jette 'yaa Gooftaa akka ati raajaa taaten arga. \v 20 Abbotiin keenya tulluu kana irratti sagadu turan, isin immo garuu bakki namootni sagaaduu qaban Iyyaruusaaleemiidha' jettu.

1
04/21.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 21 Iyyasuusis akkana ishii dhaan jedhe. 'Yaa dubartii na amanii, yeroo isiin tulluu kana irrattiis ta'ee Iyyaruusaaleemitti Waaqa Abbaatiif hin sagadnetuu dhufa. 22Isiin waan hin beekneef sagaddu, nuti garu sababbii fayyinni Yiihudoota keessa dhufuuf waan beeknuuf sagadna.

View File

@ -87,6 +87,9 @@
"04-06",
"04-09",
"04-11",
"04-13"
"04-13",
"04-15",
"04-17",
"04-19"
]
}