Thu Dec 16 2021 21:47:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:47:23 +03:00
parent 543c19fc2a
commit dcea21da8d
5 changed files with 9 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 41 41Kanaafuu awaalicharraa dhagicha kaasan. Iyyasuus ol ilaalee akkana jedhe 'yaa Abbaa waan na dhageessuuf sin galateeffadha. \v 42 Akka ati yeroo hundumaa na dhageessuus nan beeka, garuu akka namootiin as dhabatan kunii akka ati na ergite amananiif isaaniif jedheen kana dubbadha.
\v 41 Kanaafuu awaalicharraa dhagicha kaasan. Iyyasuus ol ilaalee akkana jedhe 'yaa Abbaa waan na dhageessuuf sin galateeffadha. \v 42 Akka ati yeroo hundumaa na dhageessuus nan beeka, garuu akka namootiin as dhabatan kunii akka ati na ergite amananiif isaaniif jedheen kana dubbadha.

1
11/43.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 43 Erga inni waan kana jedheen booda sagalee isaa guddisee ol kaasuun 'Alaazaar ba'ii kootu' jedheen. \v 44 Namni du'e sunis akkuma harkii fi miilli isaa hucuu (carqii) dhaan hidhameen (kafaname) tti, fuulli isaas uwifametti ol ba'ee. Iyyasuusis hiikaatii dhisaa haa deemuu isaniin jedhe.

1
11/45.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 45 Kanaafuu Yihuudotni gara Maariyaam dhufaniifi gocha Iyyasuus argan keessaa baay'een isaanii isatti amanan. \v 46 Isaan keessaa muraasni garu gara Fariisotaa deemanii waantota Iyyasuu godhe isaanitti himan

1
11/47.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 47 Kanaafuu Lubbootni Hangafootnii fi Fariisootni wal gayi gumii walitti qabuun akkana jedhan 'Maal gochuu qabnaa? Namni kun mallattoo baay'ee godhaa. \v 48 Yoo akkasumaan isa dhiifne namni hundi isatti amana, warri Roomees dhufanii bakka fi saba keenya lachanuu fudhatu.

View File

@ -252,6 +252,10 @@
"11-30",
"11-33",
"11-36",
"11-38"
"11-38",
"11-41",
"11-43",
"11-45",
"11-47"
]
}