Thu Dec 16 2021 21:45:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:45:23 +03:00
parent bcb5ced6a1
commit 543c19fc2a
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
11/36.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 36 Yihuudotnis 'Inni ammam akka Alaazaar jaalatu mee argaa' jedhan. \v 37 Isaan kaan garuu 'Inni kuni ija nama jaamaa sana banee ta'uu danda'a, akka namni kunis hinduune hin godhu ture' jedhan.

1
11/38.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 38 Iyyasuus ammas gada keessa senuun gara awwaalichaa deeme innis holqa ture, balballi bolichaas dhagaadhaan cufamee ture. \v 39 Iyyasuusis, 'dhagaa irraa kaasaa' jedheen. Maartaan obboleetiin Alaazaar isa du'e 'yaa Gooftaa erga du'ee guyyota afur waan ta'eef foolii qaba' jetteen. \v 40 Iyyasuusis 'yoo amante akka ulfina Waaqayyoo argitu sitti hin himnee' jedheen.

1
11/41.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 41 41Kanaafuu awaalicharraa dhagicha kaasan. Iyyasuus ol ilaalee akkana jedhe 'yaa Abbaa waan na dhageessuuf sin galateeffadha. \v 42 Akka ati yeroo hundumaa na dhageessuus nan beeka, garuu akka namootiin as dhabatan kunii akka ati na ergite amananiif isaaniif jedheen kana dubbadha.

View File

@ -250,6 +250,8 @@
"11-24",
"11-27",
"11-30",
"11-33"
"11-33",
"11-36",
"11-38"
]
}