Thu Dec 16 2021 21:43:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:43:23 +03:00
parent 6337b948dc
commit bcb5ced6a1
4 changed files with 7 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 27 \v 28 \v 29 ? 27Ishiin jedhe. Ishiinis 'Gooftaa, eeyee akka ati Ilman Waaqayyoo nama isa gara addunyaa dhufuu taate nan amana' jetteen. 28Ishiinis erga waan kana jetteenii booda, gara obboleetti ishi deemtee kophaatti Maariyaam ofti waamuun akkana jetteen 'Barsiisaan asi jira, si waamas' jetteen. 29Ishiinis yammee kana dhageesu dafte kaatee gara isaa deemte.
\v 27 Ishiin jedhe. Ishiinis 'Gooftaa, eeyee akka ati Ilman Waaqayyoo nama isa gara addunyaa dhufuu taate nan amana' jetteen. \v 28 erga waan kana jetteenii booda, gara obboleetti ishi deemtee kophaatti Maariyaam ofti waamuun akkana jetteen 'Barsiisaan asi jira, si waamas' jetteen. \v 29 yammee kana dhageesu dafte kaatee gara isaa deemte.

1
11/30.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 30 Yeroo kana Iyyasuus bakkuma Maartaan isa itti simatte ture male gara gandaatti hin dhufne. \v 31 Yihuudotni yammuu ishii jajjabeesuuf mana keessa ishii waliin jiran sun akka dafte kaatee gad baatee arganii, boo'uuf jette gara bakka awwaala waan deemtu isaanitti fakaatee ishii hordofan. \v 32 Maariyaamis yammuu bakka Iyyasuus jiru sana geessu isa argitee miilaa isaa jalatti kuftee akkana isaan jette 'yaa Gooftaa, otoo ati asi jirta taate obboleessi koo hin du'u ture.'

1
11/33.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 33 Iyyasuusis boo'uu ishii, Yihuudootni ishii waliin dhufanis boo'uu isaanii argeet hafuura isaatiin gadda keessa gale, ni dhiphate. \v 34 eessa isa keessan?' jedheen isaan gaafate. Isaanis 'yaa Gooftaa kootuutii ilaali' jedhaniin. \v 35 Iyyasuusis ni boo'ee.

View File

@ -247,6 +247,9 @@
"11-15",
"11-17",
"11-21",
"11-24"
"11-24",
"11-27",
"11-30",
"11-33"
]
}