Thu Dec 16 2021 21:41:22 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 21:41:23 +03:00
parent 4a4cb89e98
commit 6337b948dc
5 changed files with 8 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 17 Yammuu Iyyasuus achi ga'u akka Alaazaar erga awwaalamee guyyoota afur ta'uu arge. \v 18 Bitaaniyaan Iyyarusaaleemirraa gara kiilomeetira sadii fagaata ture. \v 19 19Yihuudootni baay'een gara Maartaa fi Maariyaam bira waa'ee obbolleessa jajjabeesuuf dhufan turan. \v 20 20Maartaan yammuu dhufaatii Iyyasuus dhageessu isa simachuuf gad baate, Maariyaam garuu manumatti hafte.
\v 17 Yammuu Iyyasuus achi ga'u akka Alaazaar erga awwaalamee guyyoota afur ta'uu arge. \v 18 Bitaaniyaan Iyyarusaaleemirraa gara kiilomeetira sadii fagaata ture. \v 19 Yihuudootni baay'een gara Maartaa fi Maariyaam bira waa'ee obbolleessa jajjabeesuuf dhufan turan. \v 20 Maartaan yammuu dhufaatii Iyyasuus dhageessu isa simachuuf gad baate, Maariyaam garuu manumatti hafte.

1
11/21.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 21 Iyyasuusiin akkana jetteen 'yaa Gooftaa, otoo ati asi jiraatte, taate obboleessi koo hin d'u ture. \v 22 Ammas taanaan akka Waaqayyo waan ati kadhattu hunda si kennu nan baaka' jetteen. \v 23 Iyyasuusis obboleessi kee deebise ni ka'a' jedheen.

1
11/24.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 24 Maartaanis akkan isaan jetteen 'akka inni du'aaka'iinsa isa gaafa guyyaa dhumaatti ka'u nan beeka. \v 25 immoo du'aa ka'iinsiif jireenyi ana dha inni kan natti amanu yoo du'ellee ni jiraata. \v 26 Kan jiraatuuf kan natti amanu kamiyyuu gonkumaa hin du'u. Ati kana amantaa?

1
11/27.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 27 \v 28 \v 29 ? 27Ishiin jedhe. Ishiinis 'Gooftaa, eeyee akka ati Ilman Waaqayyoo nama isa gara addunyaa dhufuu taate nan amana' jetteen. 28Ishiinis erga waan kana jetteenii booda, gara obboleetti ishi deemtee kophaatti Maariyaam ofti waamuun akkana jetteen 'Barsiisaan asi jira, si waamas' jetteen. 29Ishiinis yammee kana dhageesu dafte kaatee gara isaa deemte.

View File

@ -244,6 +244,9 @@
"11-08",
"11-10",
"11-12",
"11-15"
"11-15",
"11-17",
"11-21",
"11-24"
]
}