Thu Dec 16 2021 23:19:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:19:23 +03:00
parent 50149f6dee
commit d56612a526
4 changed files with 6 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 22 22Yammuu Iyyasuus kana jedhu qondaaltoota achi dhaabatan keessaa tokko 'luba ol-aanaa dhaaf akkanatti deebiftaa' jedhee isa kabalee. \v 23 23Iyyasuusis 'yoo dhan ani dogorgora dubbadhee jiraadhee dogorgora sanaa dhugaa ba'i, jedhee isaaf deebise. \v 24 24Haannaanis akkana Iyyasuus hidhamee jirutti gara luba ol-aanaa, gara Qayyaaffaatti isa erge.
\v 22 ammuu Iyyasuus kana jedhu qondaaltoota achi dhaabatan keessaa tokko 'luba ol-aanaa dhaaf akkanatti deebiftaa' jedhee isa kabalee. \v 23 Iyyasuusis 'yoo dhan ani dogorgora dubbadhee jiraadhee dogorgora sanaa dhugaa ba'i, jedhee isaaf deebise. \v 24 Haannaanis akkana Iyyasuus hidhamee jirutti gara luba ol-aanaa, gara Qayyaaffaatti isa erge.

1
18/25.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 25 Simi'oon Pheexiroos otoo dhaabatee ibida hoo'ifachaa jiruu 'atis hordofaa nama kanaa keessaa isa tokkodhaa?' jedhaniin. Innis 'ani miti' jedheen gane. \v 26 (hojatoota) luba ol-aanaa keessaa firri namicha isa Pheexiroos gurra isaa irraa kute sanaa tokko, 'ani bakka ashaakiltiitti isa waliin si hin arginee? jechuun gaafate. \v 27 ammas ni gane; yeroodhuma sanas kormaan lukku (handanqoo) iyyee.

1
18/28.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 28 Yihuudonnis mana Qayyaaffaatti Iyyasuus fuudhanii gara biroo ol-aanaa bulchaa mootummaa warra Roomaatti geessan, yeroon isaas ganama barii ture. Yihuudotnis akka hin xuroofneef jedhanii gara biroo ol-aanaa bulchiinsa mootumaatti ol-hin seenne. Kunis akka Faasigaan nyaachuu danda'aniifi. \v 29 Kanaaf Philaaxoos gara isaanitti gadi ba'ee, 'himanni isin nama kana irratti dhiyeessitan maal dha? jedhee gaafate. \v 30 30Isaanis 'otoo namni kun yakka hojjachuu baatee nut isa dabarsinee sitti hin kennini ture' jedhanii deebisaniif.

View File

@ -358,6 +358,8 @@
"18-12",
"18-15",
"18-17",
"18-19"
"18-19",
"18-22",
"18-25"
]
}