Thu Dec 16 2021 23:17:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 23:17:23 +03:00
parent db89b80be5
commit 50149f6dee
5 changed files with 8 additions and 3 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 15 15Simi'oon Pheexiroosis Iyyasuus hordofe, hordoftoota keessayyisbinni tokkos ni horrdofe, hordofaan sunis waan luba ol-aanaa biratti beekamaa tureef. Innis Iyyasuus waliin gara dalla bakka murii lubba ol-aanaa keessa seene. \v 16 16Pheexiroos garuu ala balbala irra dhaabachaa ture. Hordifaan luba ol-aanaa sana garuu sana biratti beekamaa ture sunis gad-ba'ee balbala eegduutti himee Pheexiroosii gara keessatti fide. ho'ifata ture.
\v 15 Simi'oon Pheexiroosis Iyyasuus hordofe, hordoftoota keessayyisbinni tokkos ni horrdofe, hordofaan sunis waan luba ol-aanaa biratti beekamaa tureef. Innis Iyyasuus waliin gara dalla bakka murii lubba ol-aanaa keessa seene. \v 16 Pheexiroos garuu ala balbala irra dhaabachaa ture. Hordifaan luba ol-aanaa sana garuu sana biratti beekamaa ture sunis gad-ba'ee balbala eegduutti himee Pheexiroosii gara keessatti fide. ho'ifata ture.

View File

@ -1 +1 @@
\v 17 \v 18 15Simi'oon Pheexiroosis Iyyasuus hordofe, hordoftoota keessayyisbinni tokkos ni horrdofe, hordofaan sunis waan luba ol-aanaa biratti beekamaa tureef. Innis Iyyasuus waliin gara dalla bakka murii lubba ol-aanaa keessa seene. 16Pheexiroos garuu ala balbala irra dhaabachaa ture. Hordifaan luba ol-aanaa sana garuu sana biratti beekamaa ture sunis gad-ba'ee balbala eegduutti himee Pheexiroosii gara keessatti fide. 17Dubartiin, ishiin balbal aeegdu sunis Pheexiroosin 'ati hordofaa nama kanaa keessa isa tokko dha miti?' jette. Innis deebisee 'ani isa miti' jedheen. 18Yeroon isaa yeroo qorraa waan tureef garboonni (hojjatootni) fi qondaaltootni ibida (cilee) qabsiisanii dhabbatanii ho'ifatu turan, Pheexiroosis isaan waliin dhabbatee ho'ifata ture.
\v 17 Dubartiin, ishiin balbal aeegdu sunis Pheexiroosin 'ati hordofaa nama kanaa keessa isa tokko dha miti?' jette. Innis deebisee 'ani isa miti' jedheen. \v 18 18Yeroon isaa yeroo qorraa waan tureef garboonni (hojjatootni) fi qondaaltootni ibida (cilee) qabsiisanii dhabbatanii ho'ifatu turan, Pheexiroosis isaan waliin dhabbatee ho'ifata ture.

1
18/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 Yammuu sanas lubni ol-aanaan waa'ee hordooftootaa fi waa'ee baruumsa isaa Iyyasuus gaafate. \v 20 Iyyasuusis akkana jedheen deebiseef 'ani ifatti baasee addunyaatti dubbadheera, bakka Ayyihuudootni hundi walitti qabamanitti, mana sagadaattifi mana qulqullummaa keessaatti yeroo hunda barsiisaan ture, ani waantin dhooksaatti dubbadhe tokkollee hin jiru. \v 21 Ati maaliif ana gaafatta? Warreen waanin ani isaaniin jedhe dhaga'an gaafadhuu, isaan waanin ani jedhe ni beeku.'

1
18/22.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 22 22Yammuu Iyyasuus kana jedhu qondaaltoota achi dhaabatan keessaa tokko 'luba ol-aanaa dhaaf akkanatti deebiftaa' jedhee isa kabalee. \v 23 23Iyyasuusis 'yoo dhan ani dogorgora dubbadhee jiraadhee dogorgora sanaa dhugaa ba'i, jedhee isaaf deebise. \v 24 24Haannaanis akkana Iyyasuus hidhamee jirutti gara luba ol-aanaa, gara Qayyaaffaatti isa erge.

View File

@ -355,6 +355,9 @@
"18-06",
"18-08",
"18-10",
"18-12"
"18-12",
"18-15",
"18-17",
"18-19"
]
}