Thu Dec 16 2021 22:41:23 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
Dawit-Dessie 2021-12-16 22:41:23 +03:00
parent e114ed59b4
commit cff388fe49
4 changed files with 6 additions and 1 deletions

1
15/08.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 8 Isin yoo firii baay'ee buufattanii fi kanaaniis hordoftoota koo akka taatan yoo mirkaneesitan, kanaan Abbaan koo ni ulfaata. \v 9 Akkuma Abbaan na jaalatutti anis isin jaaladheera, Jaala koo keessa jiraadhaa.

1
15/10.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 10 ani ajaja Abbaa kootii eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis yoo ajaja koo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu. \v 11 waantota kannen isinitti himeera, kunis immoo akka gammachuun koo isin keessa jiraatuufi gammachuun keessanis akka guutuu ta'uufi dha.

1
15/12.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 12 \v 13 12Ajajni koo isa kanaadha 'akkuman ani isin jaaladhetti isinis wal-jaaladha. 13Namni kamiyyuu jaalala guddaa lubbuu isaa dabarsee jaalalleewwan isaatiif keennuu caala hin qabu. 14Waanin ani isin ajaje kana yoo gootan isin michoota kooti. 15Ani ammaan booda hojjataa (garboota) isiniin hin jedhu kunis hojjataan(garbicha) waan gooftaan isaa hojjatu waan hiin beekneef, ani isinin michoota jedheera. Anis waanin Abbaa koo irraa dhaga'ee hundumaa isin beeksiiseera.

View File

@ -313,6 +313,8 @@
"15-title",
"15-01",
"15-03",
"15-05"
"15-05",
"15-08",
"15-10"
]
}